239 530
المشتركون
+2824 ساعات
+5597 أيام
+2 59630 أيام
أرشيف المشاركات
Photo unavailableShow in Telegram
#Gatii_Madaalawaan
Omishaafi Tajaajila keessan
Miliyoonatti beeksifadhaa!
#Beeksisaalee Omisha keessan ittiin Uummata biraan geessaniif, Bu'aa oomisha keessanii firii isaa daftanii akka argattaniif isiin beeksisan.
Akkuma beekamu #daldala, #biizinaasii fi hojii kamuu keessatti beeksifni maallaqa caalaatti murteessaa akka ta'e ogeessonni diinagdee fi hayyoonni ni himu.
Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG
tiktok.com/@sanyiigudataa2
Galatoomaa
Sanyii Guddataa
❤ 24👍 4
Photo unavailableShow in Telegram
👁🗨#Waamicha Qacarrii Ogeeyyii Fayyaa Godina H/G/Wallaggaa.!!
@Haakimotaoromo
❤ 19
ogeessota carra kaasan.pdf
ogeessota carra kaasan.pdf3.12 KB
❤ 12👍 6
🎴Ahununu Trading PLC🎴
▪️Job Position - Accountant
Education:BA Degree in Accounting, Finance, or a related field.
▪️Find More Detail here
💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/ahununu-trading-plc-3/
▪️Deadline : January 24th, 2026
❤ 26
Photo unavailableShow in Telegram
KENNAA UUMAMAA BAANKII SAMMUU/MENTAL BANK
➲ Uumaan, uumama adda addaaf kennaa addaa arjoomeera; Sammuu ofiirratti xiyyeeffachuun keessumaa nu dhaloota haaraa kanaaf barbaachisa. Biyyoonni guddatan hedduun isaanii ijoollee umuriin isaanii waggaa 8-12 sammuu isaaniirratti hojjetu. Umuriin ganamaa kun umuriiwwan kudha 16 booda dhufan irratti baay’ee sirreeffamaaf sammuu karooraan guute, sammuu toora galeef, hin'raafamne qopheessa. Sammuun isaanii ganama kallattii sirrii qabekaa!
Nutihoo? Isa jedhuuf baay'een keenya waan irratti xiyyeeffachuu qabnu adda baafnee beekuu dhabuurraa kan ka'e burjaajiif raafama jeeqama keessatti gaadi'amnee jiraanna. Kan kallatti sammuu isaatiin jireenya isaarratti murteessu nu keessaa baay’ee dhibbeentaa xiqqoodha.
Ofirratti xiyyeeffachuuf, sammuu ofiitti hojii manaa laachuun jalqabarratti boru yaaduu gaafata. Boru maal ta'uuf maal irratti argamuu akka qabnu adda baafannee beekuudha gaafata.
@segnigudeta @segnigudeta
❤ 35👍 11
👁🗨#Waamicha Qacarrii Ogeeyyii Fayyaa Godina Q/Wallaggaa.!!
@Haakimotaoromo
Carraa kaasisuu Ogeessoota Fayyaa.pdf5.00 MB
❤ 14👍 1
🎴HEINEKEN ETHIOPIA🎴
▪️Job Position - Head of Marketing Strategy, Innovation and Planning
Education:BSc, BA in relevant fields including Marketing, Finance, Business Administration, Economics, Psychology or any of the Humanities or equivalent
▪️Find More Detail here
💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/heineken-ethiopia-6/
▪️Application Closing Date:
December 30, 2025
❤ 21
Photo unavailableShow in Telegram
#EHPLE_Exam_Protocol
ተመዛኝ የጤና ባለሙያዎች በፈተናው ዕለት ታህሳስ 23 እና 24/2018 ዓ.ም ማንነታችሁን የሚገልጽ መታወቂያ (የቀበሌ መታወቂያ፣ ፓስፖርት፣ መንጃ ፍቃድ ወይም ሌላ በግልጽ የሚታይ ህጋዊ መታወቂያ) ይዛችሁ በፈተና ማዕከል መገኘት ይኖርባችኋል፡፡
ከላይ ከተጠቀሱት ነገሮች ውጪ ምንም አይነት የኤሌክትሮኒክስ መሳሪያ (ስልክ፣ የእጅ ሰዓት፣ መነጽር (የተረጋገጠ የዕይታ ችግር ከሌለ በስተቀር)፣ ቦርሳ እና ሌሎች እቃዎች፣ ምንም አይነት ማጣቀሻዎች፣ እንዲሁም ባዶ ወረቀቶች፣ ምግብ ወይም መጠጥ (የተረጋገጠ የጤና ችግር ከሌለ በስተቀር) ይዞ መግባት አይፈቀድም፡፡
በፈተናው ወቅት ተመዛኞች በሁለቱም ክፍለ-ጊዜ (ጠዋት እና ከሰዓት) አቴንዳንስ ላይ በአግባቡ ካልፈረሙ ፈተናቸው የማይያዝ መሆኑ ተገልጿል፡፡
ማንኛውም ተመዛኝ ወደ ፈተና ጣቢያ ሲሔድ ሲስተሙ የሚሰጠውን QR Code ያለው የፈተና መግቢያ ስሊፕ Print አድርጎ ካልያዘ፣ ፈተናውን መውሰድ አይችልም ተብሏል፡፡
@tikvahuniversity
❤ 22
Repost from TgId: 2268429219
Pediatric Nursing.pdf0.34 KB
Pharmacy.pdf1.20 MB
Physiotherapy.pdf0.06 KB
Psychiatry Nursing.pdf0.11 KB
Public Health.pdf5.21 KB
Surgical Nursing.pdf0.38 KB
❤ 10
Repost from TgId: 2268429219
Anesthesia.pdf0.69 KB
Dental Medicine.pdf0.21 KB
Emergency and Critical Care Nursing.pdf0.20 KB
Environmental Health.pdf0.35 KB
Human Nutrition.pdf0.09 KB
Medical Laboratory Science.pdf5.88 KB
Medical Radiology Technology.pdf0.89 KB
Medicine.pdf1.85 KB
Midwifery.pdf3.11 KB
Nursing.pdf2.04 MB
❤ 9🎉 1🙏 1

