ch
Feedback
ABDII SABAA

ABDII SABAA

前往频道在 Telegram

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! @Abdii_Sabaa 💬Contact Us💬 @AbdiiSabaaDm 🎯BARNOOTAAF @abdii_sabaa_university 🎯MARIIF @Garee_Abdii_Sabaa

显示更多
2025 年数字统计snowflakes fon
card fon
561 313
订阅者
+2024 小时
+337
-97130

数据加载中...

标签云
无数据
有任何问题?请刷新页面或联系我们的客服
进出提及
---
---
---
---
---
---
吸引订阅者
十二月 '25
十二月 '25
+1 331
在1个频道中
十一月 '25
+2 299
在1个频道中
Get PRO
十月 '25
+2 343
在0个频道中
Get PRO
九月 '25
+25 314
在1个频道中
Get PRO
八月 '25
+7 835
在0个频道中
Get PRO
七月 '25
+23 540
在0个频道中
Get PRO
六月 '25
+8 109
在1个频道中
Get PRO
五月 '25
+4 364
在1个频道中
Get PRO
四月 '25
+2 257
在1个频道中
Get PRO
三月 '25
+2 681
在1个频道中
Get PRO
二月 '25
+5 896
在1个频道中
Get PRO
一月 '25
+6 095
在1个频道中
Get PRO
十二月 '24
+7 082
在1个频道中
Get PRO
十一月 '24
+12 434
在1个频道中
Get PRO
十月 '24
+13 016
在0个频道中
Get PRO
九月 '24
+28 775
在0个频道中
Get PRO
八月 '24
+49 799
在0个频道中
Get PRO
七月 '24
+15 840
在0个频道中
Get PRO
六月 '24
+12 140
在0个频道中
Get PRO
五月 '24
+8 017
在0个频道中
Get PRO
四月 '24
+6 934
在0个频道中
Get PRO
三月 '24
+6 019
在0个频道中
Get PRO
二月 '24
+9 386
在0个频道中
Get PRO
一月 '24
+7 340
在0个频道中
Get PRO
十二月 '23
+6 154
在0个频道中
Get PRO
十一月 '23
+10 421
在0个频道中
Get PRO
十月 '23
+44 481
在0个频道中
Get PRO
九月 '23
+14 517
在0个频道中
Get PRO
八月 '23
+23 064
在0个频道中
Get PRO
七月 '23
+17 413
在0个频道中
Get PRO
六月 '23
+18
在0个频道中
Get PRO
五月 '23
+4 149
在0个频道中
Get PRO
四月 '23
+5 225
在0个频道中
Get PRO
三月 '23
+828
在0个频道中
Get PRO
二月 '23
+53 804
在0个频道中
Get PRO
一月 '230
在0个频道中
Get PRO
十二月 '220
在0个频道中
Get PRO
十一月 '220
在0个频道中
Get PRO
十月 '22
+2 691
在0个频道中
Get PRO
九月 '22
+18 260
在0个频道中
Get PRO
八月 '22
+6 590
在0个频道中
Get PRO
七月 '22
+5 794
在0个频道中
Get PRO
六月 '22
+6 463
在0个频道中
Get PRO
五月 '22
+11 912
在0个频道中
Get PRO
四月 '22
+7 045
在0个频道中
Get PRO
三月 '22
+9 882
在0个频道中
Get PRO
二月 '22
+67 502
在0个频道中
日期
订阅者增长
提及
频道
26 十二月+37
25 十二月+82
24 十二月+48
23 十二月+46
22 十二月+77
21 十二月+57
20 十二月+57
19 十二月+92
18 十二月+73
17 十二月+63
16 十二月+77
15 十二月+106
14 十二月+65
13 十二月+22
12 十二月+45
11 十二月+14
10 十二月+67
09 十二月+22
08 十二月+12
07 十二月+23
06 十二月+57
05 十二月+61
04 十二月+13
03 十二月+37
02 十二月+46
01 十二月+32
频道帖子
Somaaliyaa, Masirii, Turkiifi Jibuutiin Israa’el Soomaaliilaandiif beekamtii biyyummaa kennuu morman Murtee beekamtii biyyumm
Somaaliyaa, Masirii, Turkiifi Jibuutiin Israa’el Soomaaliilaandiif beekamtii biyyummaa kennuu morman Murtee beekamtii biyyummaa Israa’el Soomaaliilaandiif kennuu beeksiste Somaaliyaa dabalatee biyyoonni akka Jibuutii, Masiriifi Turkii mormuu karaa ministiroota biyya alaa isaanii beeksisan. Biyyoottan kun Israa’el murtee beekamtii biyyummaa Soomaaliilaandiif kennite guutummaan kan morman qofaa utuu hintaane kan balaaleffatan ta’uus ibsaniiru. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡

16 77356

2
Soomaaliilaandiif beekamtiin biyyummaa karaa Israa’el kenname. Muummeen Ministiraa Israa’eel Beenjaamiin Neetaaniyaahuu Sooma
Soomaaliilaandiif beekamtiin biyyummaa karaa Israa’el kenname. Muummeen Ministiraa Israa’eel Beenjaamiin Neetaaniyaahuu Soomaliilaandiin biyya Riippaabliikaa Walaba taate jechuun Israa’eel beekkamtii akka kenniteef ibsan. Kunis Gaanfa Afriikaatti jijjiirama diiploomaasii guddaa akka ta’e himameera. Neetaaniyaahuun ibsa isaanii harraan, murteen kun kan irra gahame erga Ministirii Alaa Israa’eel Geediyoon Saarfi Pireezidaantiin Somaaliilaandi Abdurraahimaan Mohaammad marii taasisan ta’uu ibsan. Neetaaniyaahuun murteen kun walii galtee Doonaaldi Tiraampi duuka waliin walii mallatteessan kan wal simu ta’uus dabalataan ibsaniiru. Ergaa baga gammaddanii Pireezidaantii Soomaaliilandiif dabarsanii murtee kutannoo fudhatan jedhaniinis ibsa harra kennan kanaan Neetaaniyaahuun Pireezidaanti Abdurraahimaaniin raajeffataniiru. Itti fufuunis Abdurraahimaan Israa’eliin akka daawwatan affeerraa taasisaniifii jiran. Neetaaniyaahuun milkina beekkamtii kennuu kanaaf Ministira Dhimma Alaa Israa’el Geediyoon Saar, Hoogganaa Dhaabbata Basaasaa Israa’el Moosaad, Deeviid baarniyaa fi dhaabbilee nageenya biyyattii mara galateeffataniiru. Dabalaniis sii achi Israa’el dhimmoota akka qonnaa, fayyaa, teeknoolojii fi kaaniin Soomaliilaandi guula hojjechuuf kaayyeffatteeti jedhanii jiran. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
19 240
3
Pireezidaant Doonaald Tiraamp gara keessummeessuutti deebi’uu akka danda’an akeekkachiisan. Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaal
Pireezidaant Doonaald Tiraamp gara keessummeessuutti deebi’uu akka danda’an akeekkachiisan. Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp dhiheenya kana akkaawuntii miidiyaa hawaasaa isaanii "Truth Social" irratti maxxansaniin, hojii keessummeessituu yeroo guutuu hojjechuuf pireezidaantummaa gadhiisuuf yaadaa akka jiran qoosaadhaan akeekaniiru. Hogganaan paartii Rippabilikaan ganna 79 kun kan dubbatan erga pirezidaantii yeroo jalqabaaf taa’anii sirna badhaasa kana kan maqaa haaraa Tiraamp Keeneedii Jiddugalatti keessummeessuuf mataa isaaniif kennamee booda. Pireezidaantichi hordoftoonni isaanii ga'umsa isaa "Master of Ceremony" jechuun akka madaalan gaafataniiru, yoo gaarii ta'e ammoo "hojii kiyya dhiisee yeroo guutuu keessummeessuutti deebi'uu qabaa?" Sagantaan kaleessa galgala CBS irratti darbe kun artistoota akka Siilvester Stallone, Kiss, George Strait, Michael Crawford fi Gloria Gaynor kabajeera. Yaadni Tiraamp kun miidiyaa hawaasaa irratti falmii cimaa kan kaase yoo ta’u, namoonni tokko tokko pirezidaantichi seenaa dheeraa televijiinii irratti hojjechuu kan qaban yoo ta’u, yeroo filannoottillee siyaasa caalaa hojii miidiyaaf walitti dhufeenna qabaachuu isaanii agarsiisaa jira jedhu. Dhiheenna kana maqaan Jiddugala Keeneedii, kan seenaa keessatti "Giddugala Keeneedii" jedhamuun beekamu, gara "Wiirtuu Tiraamp Keeneedii"tti jijjiiramuu fi pireezidaantichi mataan isaanii waltajjii irratti akka dhiheessituutti, namoota siyaasaa fi beeytota biratti falmii guddaa uumeera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
33 623
4
Kun eenyu? SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
Kun eenyu? SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
41 543
5
Qaamolee Miidiyaa hawaasaatiin deeggarsa namoomaa walitti qabaa jiran akeekkachiise -Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Itoophi
Qaamolee Miidiyaa hawaasaatiin deeggarsa namoomaa walitti qabaa jiran akeekkachiise -Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Itoophiyaa Koomishinarri Komishinii Hoggansa Sodaa Balaa Itoophiyaa Dr Shifarraawu Takilamaariyaam akka dubbatanitti, TPLF Xiyyeeffannoo Addunyaa argachuuf jecha deeggarsa uummata Tigiraayi kan buqqa'anii kaambii baqattootaa keessa jiraniif kennamaa ture harkaa saamaa turee, amma immoo diraamaa siyaasaa bifa biraan qindeeffatee as ba'eera jedhan. Dr Shifarraawu akka ibsanitti, TPLF kana dura gaafa deeggarsi hawaasa kanaaf ergamu danqaa ta'aa, Deeggarsa isaaniif kennamu saamuun diinummaa uummata sanaaf qabu agarsiiseera jedha. Gama biraatiin, Koomishinichi deeggarsa uummata Tigiraayiif godhu humna kootii oli jedhee waamicha deeggarsaa osoo hin godhin, namoonni dhuunfaa gareen tokko tokko miidiyaa hawaasaan duulli deeggarsa walitti qabuu isaan gochaa jiran seera kan cabsee fi adeemsa seeraan alaa kan hordofe ta'uu isaatiin, Deeggarsi walitti qabamu kaayyoo dhokataaf akka oolaa jiru bira geenyeerra jedhaniiru. Kanaafuu namoonni gocha kanarratti hirmaachaa jiran akka of qusatan jechuun akeekkachiisaniiru! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
41 617
6
Galmee barnoota full stack web and mobile App development irratti hirrfama gatii guddaa taassisuun keenya ni yaadatama. Hirri
Galmee barnoota full stack web and mobile App development irratti hirrfama gatii guddaa taassisuun keenya ni yaadatama. Hirrifamni gatii kunis guyyaa kaleessaa ture ka xumurame. Haala kanaanis barattoota 90 discount taassisuun galmeessineef carraa barnootaa laachuun barumsa isaanii eegalaniiru. Guyyaa harraa kaasuun barattoonni galmaa’an gatii idilee kan kaffalan yommuu ta’u, @jonamiyet qunnamuun galmaa’uun ni danda’ama. Galmaa’uuf Laptop/Desktop qabaachuun ykn argachuu danda’uun dirqama. Ibsa ballaa argachuuf as tuqaa Galmaa’uuf as tuqaa Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University irratti hordofaa! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
42 385
7
Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa jalqabaa Obbo Hasan Alii waggaa 27 booda gara biyyaa deebi'an. Pireezidaantiin Mootummaa Naa+2
Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa jalqabaa Obbo Hasan Alii waggaa 27 booda gara biyyaa deebi'an. Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa jalqabaa, Obbo Hasan Alii turtii waggaa 27 booda har'a gara biyyaa deebi'aniiru. Buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Boolee yeroo gahan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan simataman. Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa jalqabaa, Obbo Hasan Alii turtii baqattummaa waggoota 27 Ameerikaatti dabarsanii, yeroo jalqabaatiif gara biyyaa deebi'an. Obbo Hasan Aliin bara 1984 hanga 1987 ALItti Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa jalqabaa ta'uun tajaajilaniiru. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
48 449
8
#Komii hojjetoota #Ethiopian statistical service Hojjettoonnii Ethiopian statistical service fulbaana 4/1/2018 Gara hojiitti
#Komii hojjetoota #Ethiopian statistical service Hojjettoonnii Ethiopian statistical service fulbaana 4/1/2018 Gara hojiitti seenaan komii qaban haala armaan gadiitiin miidiyaa Abdii sabaaf himan. Hojjettoonnii Kunneen Hanga hammaattii miindaan ji'a sadaasaa Akka hin kaffalamneef kan himan yoo ta'u sababuma kanaan rakkoo hamaaf saaxilamaa jiraachuu himan. "Nuti, barattoota waggoota dheeraaf Yunivarsiitiiwwan biyyaa keessatti barnoota sadarkaa olaanaan kabajaan barannee eebbifamneefi fedha guddaan gara hojii kanaattii kan seenneedha" "Amanamuummaa fi kaka'umsa guddaan biyya keenyaaf hojjechuuf qophoofnee hojiitti seennuus Har'a garuu, maatii keenya irraa fagaannee biyyaa fii magaalaa hin beeknee keessatti miindaa malee hojjechaa rakkoofis saaxilamaa jirra"jechuun haala Keessa jiraan himan. Sababa miindaan keenya ji'a 3ffaa ykn kan ji'a sadaasaa nuuf hin kaffalamiiniif mana kiraallee waan kaffallu kan dhabnee fi nyaata dabalatee rakkoo hedduuf saaxilamaa jirraa jedhan hojjettoonnii Kunneen. Haaluma kanaan "Qaama Dhimmichi ilaallatu gaafannee deebii quubsaa argachuu hin dandeenye,humna namaatu baayyates nuun jedhu"jedhan. Kanaafuu gaaffiin keenya ijoon miindaan keenya ji'a 3ffaa ykn kan ji'a sadaasaa maaliif nuuf hin kaffalamnee kan jedhudha qaamni Dhimmichi ilaallatu hatattamaan deebii Itti nuuf haa kennu jechuun hojjettoonnii Kunneen komii isaanii miidiyaa Abdii sabaatti himan. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
54 483
9
Harra dhuma Galmee barumsa programming barsiisaa jirru barattootaaf discount taasisuun keenya ni yaadatama. Discount kunis gu
Harra dhuma Galmee barumsa programming barsiisaa jirru barattootaaf discount taasisuun keenya ni yaadatama. Discount kunis guyyaa harraa dhuma sababa ta’eef barattoonni akka daftanii galmooftan isin beeksisna. Carraan kun hunda bira akka ga'uuf gatii madaalawaa dhiyeessineerra: • Simisteera 1: Qarshii 1000 • Waggaa 1 : Qarshii 1850 @jonamiyet qunnamuun galmaa’aa. Galmaa’uuf Laptop/Desktop qabaachuun ykn argachuu danda’uun dirqama. Ibsa ballaa argachuuf as tuqaa Galmaa’uuf as tuqaa Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University irratti hordofaa! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
32 618
10
#Update Waldaan kiristiyaanaa JPS viidiyoo gabaabaa dhimma Salaalee Irratti ba'eef dhiifama gaafatan. "Gaafa Guyyaa-13/04/201
#Update Waldaan kiristiyaanaa JPS viidiyoo gabaabaa dhimma Salaalee Irratti ba'eef dhiifama gaafatan. "Gaafa Guyyaa-13/04/2018 ragaan obboleettiin Waldaa J.P.S irraa dhugaa bahinsaa kennite miidiyaa hawaasaa waldaa keenyaa irratti akka maxxanfame ni beekama"jechuun dubbatan. "Viidiyoon haasawa nuti waa'ee magaalaa Selalee dhiheessine kun haala dubbii keessaa bahee ummanni keenya tokko tokko akka komatu taasise jira .dhimmii kun maaliif akka ta'e hubachuu dandeenyeerra. Waldaan J.P.S waldaa kutaalee hawaasaa hunda wal qixa kabajuu fi ilaaltudha. Namoonni hedduun kutaalee addunyaa keenyaa gara garaa irraas ta’e naannolee biyya keenyaa hunda irraa dhufanii waldaa keenya keessatti hirmaachuu fi tajaajila afuura qulqulluu churchichaa irraa fayyadamoo ta’uun isaanii ni beekama" "Haa ta'u malee, ergaan viidiyoo gabaabaa kanaa ummata Selalee guutuu kan ilaallatu osoo hin taane, hojii hafuurota hamaa kutaa biyyaa kamittuu bu'uura kan uume ta'uu cimsinee ibsuu barbaanna. Kana malees, magaalaa ykn biyya kamiyyuu keessatti mormiin keenya falfalaa fi gocha jinniiwwanii (seexaanni ) haala wal fakkaatuun ilaalamuu qaba." "Nuti Waaqayyo biraa akka taane ni beekna, biyyi lafaa guutuun humna isa hamaa jala jira." Yohaannis isa dura lakkofsaa 5:19Kanaaf aadaa fi gatii hawaasa naannoo wajjin waan wal qabatu akka hin qabne ni hubanna. "Haa ta'u malee, namoota viidiyoo dhiheenya kana gadhiifame kanaan mufatanii fi dhimmicha sirritti hin hubanneef, jaalala Gooftaa Yesuusiin dhiifama guddaa isin gaafanna"jechuun haala muudate jiru irratti hundaa'uun dhiifama gaafatan. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
52 527
11
"Salaale biyya Gootaa , Safuufi duudhaa Oromoon kan bulu amantaalee garaagaraa waldanda'ee waliin jiraatu tokkummaaf walkabaj+2
"Salaale biyya Gootaa , Safuufi duudhaa Oromoon kan bulu amantaalee garaagaraa waldanda'ee waliin jiraatu tokkummaaf walkabajaan beekkamtu lafa burqaa goototaa taate arrabsoo hin malleen Paastarri Heenook Girmaa yakka arrabsoo raawwateef gaafatamuu qaba"gaaffii Uummata Salaalee. Paastarri Heenook Girmaa Salaalee Arrabsoo duuchaan gadi qabuuf yaale seeratti dhiyaachuuf hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Abbaa Alangaa Godina Shawaa Kaabaa beeksise. Waajjirri Abbaa Alangaa Bulchiinsa Magaalaa Fiichee fi Pooliisii Magaala Fiichee guyyaa 14/04/2018 Addee Baayyush Alamaayyoo Kabbadaa to’annoo jala oolchuun qorannoo gaggeessaa jiraachuu ibsameera. Salaale biyya Gootaa , Safuufi duudhaa Oromoon kan bulu amantaalee garaagaraa waldanda'ee waliin jiraatu tokkummaaf walkabajaan beekkamtu lafa burqaa goototaa taate arrabsoo hin malleen Paastarri Heenook Girmaa yakka arrabsoo raawwateef gaafatamuu qabaan gaaffii Uummata Salaaleeti. Kana bu’uureffachuun Itti Gaafatamaan Waajjirri Abbaa Alangaa Godina Shawaa Kaabaa Obboo Daamxoo Xannaa yaada kennaniin Arrabsoon , maqaa sabaa xureessuun yakka,hawaasa waan jeequmsa biyyaa fidu kaasuu yakka guddaa dha. Kutaa hawaasaa tokko kophaatti adda baasee Salaalee jedhee arrabsoo jibbiinsaa dubbachuun yakka seeraanis ni gaafachiisa. Nutis guyyaa kaleessaa 14/04/2018 Addee Baayyush Alamaayyoo Kabbadaa paastaricha waliin haasofte to’annoo seeraa jala ooluu ishee fi eeruu irraa fuudhuun qorannoon gadi fageenyaa gaggeeffamaa jiraachuu ibsuun Abbaan Alangaa himannaa hundeessee kan itti deemmamuufi Namticha arrabsoo Raawwate Naannoo biraa keessa jira waan taheef qaama feederaalaa waliin mari’atamaa jira. Himannaa gaggeessuuf nu cinaatti Abukaatoon hedduu ni hirmaanna jedhaniiru himannaa hundeessinee xiyyeeffannoo addaan ol’aantummaa seeraa kabachiisuuf ni hojjenna jedhan. Qaamolee seeraa dhimmi ilaallatu waliin ta’uun tarkaanfiin seeraa barbaachisaa tahe akka fudhatamu ni taasifna.Kanas yeroo yeroon hordofnee bu’aa jiru hawaasaaf kan beeksfnu ta’a jedhan obboo Daamxoon. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
50 942
12
Harra dhuma Galmee barumsa programming barsiisaa jirru barattootaaf discount taasisuun keenya ni yaadatama. Discount kunis gu
Harra dhuma Galmee barumsa programming barsiisaa jirru barattootaaf discount taasisuun keenya ni yaadatama. Discount kunis guyyaa harraa dhuma sababa ta’eef barattoonni akka daftanii galmooftan isin beeksisna. Carraan kun hunda bira akka ga'uuf gatii madaalawaa dhiyeessineerra: • Simisteera 1: Qarshii 1000 • Waggaa 1 : Qarshii 1850 @jonamiyet qunnamuun galmaa’aa. Galmaa’uuf Laptop/Desktop qabaachuun ykn argachuu danda’uun dirqama. Ibsa ballaa argachuuf as tuqaa Galmaa’uuf as tuqaa
26 105
13
Galmee barumsa programming barsiisaa jirru barattootaaf discount taasisuun keenya ni yaadatama. Discount kunis hanga Roobii (December 24) qofa kan turu ta’uu isin beeksisna. Carraan kun hunda bira akka ga'uuf gatii madaalawaa dhiyeessineerra: • Simisteera 1: Qarshii 1000 • Waggaa 1 : Qarshii 1850 galmeen xumuramaa jira sababa ta’eef @jonamiyet qunnamuun galmaa’aa. Galmaa’uuf Laptop/Desktop qabaachuun ykn argachuu danda’uun dirqama. Ibsa ballaa argachuuf as tuqaa Galmaa’uuf as tuqaa
10 952
14
#Xiyyeeffannoo Dhukkuba tasaa beeyladoota muudateen hanga hammatti Beeyladoonnii 47 du'uun ibsame. Beeyladoonnii kunneen hoom+2
#Xiyyeeffannoo Dhukkuba tasaa beeyladoota muudateen hanga hammatti Beeyladoonnii 47 du'uun ibsame. Beeyladoonnii kunneen hoomecha afaaniin baasanii kan du'aan yoo ta'u tiisiisonni oomecha sanarraa qubatanis battaluma San kan du'an ta'uun dhukkubichi hangam hammaata Akka ta'e mul'isas jedhame. Dhukkubni Kun kan muudate Naannoo kibba Itoophiyaa Godina oomoo Aanaa Banaa tsamaay keessaattii kan muudatee yoo ta'u hanga hammaatti beeyladoonni 47 du'aaf saaxilamuu bulchaan Aanichaa Obbo yohaannis Gaashaw himan. Haa ta'u malee maalummaan dhukkubichaa hanga hammaattii adda ba'uun kan hin baramne ta'uu Obbo yohaannis Gaashaw kan ibsan Yoo ta'u beeyladootaa du'aan irraa saamudni fudhatamuun qorannoodhaaf giddu gala qorannoo jiinkaatti argamutti ergamuu himan. "Tisiisonni Akka tasaa hoomecha beeylada du'eerra qubatan Akka waan suummiirra qubatanii battaluma San du'u"kan jedhan Obbo yohaannis Gaashaw beeyladoonnii fayyaan Beeyladoota dhukkuba kanaan qabaman waliin Akka Wal bira hin geenyeef akkasumas hamma danada'ametti dhukkubicha to'achuudhaaf xiyyeeffannoodhaan hojjetamaa Akka jirus himan. Haaluma kanaan dhukkubni Kun bakka biraattis muudachuu waan danada'uuf xiyyeeffannoodhaan of eeggannoon taasifamuu qabaan dhaamsa keenya. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
58 417
15
Challenge miidiyaa @Abdii_Sabaa follow taassisuu eegaleera marti keessanuu hirmaadhaa! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
54 721
16
Miidiyaa @Abdii_Sabaa miliyoona tokko haa galchinu. Namni martuu Join godhaa namoota biroos join akka godhan taassisaa! SABA
Miidiyaa @Abdii_Sabaa miliyoona tokko haa galchinu. Namni martuu Join godhaa namoota biroos join akka godhan taassisaa! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
52 041
17
Dhiyeenya fiigicha maaraatoonii kan injifatte atileet Jamiilaa Worteessaa waggaa sadiif dorgommiirraa ittifamte. Atileetiksii
Dhiyeenya fiigicha maaraatoonii kan injifatte atileet Jamiilaa Worteessaa waggaa sadiif dorgommiirraa ittifamte. Atileetiksii Addunyaan kan dhaabbate Kutaan Amanamummaa Atileetiksii (Athletics Integrity Unit), atileetii Itoophiyaa kan taate Jamiilaa Worteessaa waggoota sadiif atileetiksiirraa ittisuusaa beeksise. Ibsa dhaabbatichi baaseen qaama atileetittii keessa qorichi dhorkamu argameera yookiin fayyadamteerti jedheera. Atileet Jamiilaan dorgommii maaraatoonii Guiyang ji'a Waxabajjii darbe Chaayinaatti adeemsifame sa'aatii 2:36:22'n sadarkaa tokkoffaa qabachuun xummurte. Haa ta'u malee murtee AIU'n dabarse kanaan injifannoon isheen galmeessiste kun akka haqamus himameera. Atileetii umrii waggaa 39 kan taate Jamiilaa Worteessaa dorgommii maaraatoonii Guiyang ALA Waxabajjii 15, 2025 Chaayinaatti adeemsifamerratti samuuda qorannoo qoricha si'eessituu akka laatte ibsi AIU hima. Haa ta'u malee ALA Adoolessa 21, 2025 samuuda atileetittiin kennite keessa wanti 'Erythopoietin' jedhamu akka argame laaboraatooriin qorannichi itti adeemsifame beeksise. Wanti kun dandeettii oksijiinii baachuu dhiigaa kan guddisu yemmuu ta'u, dadhabbiis ni hir'isa. Haa ta'u malee waan kana fayyadamuun Ejansii Farra Qoricha Si'eessituu Addunyaan (WADA) dhorkaa dha. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
56 152
18
Join gochuu miidiyaa Abdii Sabaa deeggaraa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://api.adsgram.ai/short/7Qncy5PdZH4
11 914
19
Galmee barumsa programming barsiisaa jirru barattootaaf discount taasisuun keenya ni yaadatama. Discount kunis hanga Roobii (
Galmee barumsa programming barsiisaa jirru barattootaaf discount taasisuun keenya ni yaadatama. Discount kunis hanga Roobii (December 24) qofa kan turu ta’uu isin beeksisna. Carraan kun hunda bira akka ga'uuf gatii madaalawaa dhiyeessineerra: • Simisteera 1: Qarshii 1000 • Waggaa 1 : Qarshii 1850 galmeen xumuramaa jira sababa ta’eef @jonamiyet qunnamuun galmaa’aa. Galmaa’uuf Laptop/Desktop qabaachuun ykn argachuu danda’uun dirqama. Ibsa ballaa argachuuf as tuqaa Galmaa’uuf as tuqaa
43 364
20
Join gochuu miidiyaa Abdii Sabaa deeggaraa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/ABDII_SABAA/19325
25 818