ch
Feedback
Sanyii Guddataa

Sanyii Guddataa

前往频道在 Telegram
2025 年数字统计snowflakes fon
card fon
239 544
订阅者
-6724 小时
+3437
+2 36530
帖子存档
🎴HEINEKEN ETHIOPIA🎴 ▪️Job Position- SHE Manager Education:Minimum Bachelor level - Area of study: Engineering (Mechanical, Electrical, Industrial, Chemical, Process) and related fields ▪️Find More detail here       💧💧💧💧 https://kebenajobs.com/heineken-ethiopia-4/ ▪️Application Closing Date: December 25, 2025
显示全部...
22
Repost from Sanyii Guddataa
Beeksisa Caalbaasii! Manni jireenyaa kutaa 10 (kudhan) qabu kan bilokkeettiidhaan ijaarame Magaalaa Shaggar kutaa magaalaa Sabbataa naannoo Alamganaa ykn  Keenteeri jedhamuun beekamu, Kutaa magaalaa  Furi aanaa Chaffee Kaaraabu keessatti argamu, bal’ina iskuweer meetira 200 irra kan buufate daangaan isaa;  Lixaan Daandii, Bahaa, Kaabaa fi Kibbaan Lafaan kan daangeffame yoo ta’u, gatiin caalbaasii ka’umsaa 2,533,707.87 (miiliyoona lamaa fi kuma dhibba shaniif soddomii sadii fi kuma torbaa fi dhibba torbaaf saantima 87) ta'e caalbaasiidhaan gurguramuuf waan barbaadameef, dorgomtoonni fedhii qabdan gaafa guyyaa 22/04/2018 ganama sa’aatii 3:30 hanga sa’aatii 7:30tti gatii ka’umsaa 1/4 (%25) baankiitti qabsiisuun ykn CPO hojjachiisuun akka galchitan  Manni Murtii Aanaa Furii isin beeksisa. Beeksisni kun ji'a tokko (1)f qilleensarra kan turu yoo ta'u, dorgomtoonni hirmaachuuf fedhii qabdan bilbilaa armaan gadii: +251 911612253 +251 943111135 +251 973994841 bilbiluun odeeffannoo dabalataa argachuu ni dandeessu.
显示全部...
1.62 MB
41👍 9🎉 1🏆 1
🎴Reach for Change Ethiopia🎴  ▪️Job Position- Call for Photography & Videography Services Green Innovation Lab Pitch Event Education:Professional cameras, lenses, lighting, and microphones. ▪️Find More detail here       💧💧💧💧 https://kebenajobs.com/reach-for-change-ethiopia-3/ ▪️Submission Deadline: December 25, 2025,
显示全部...
18
照片不可用在 Telegram 中显示
Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa 👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾 Telegram | Facebook | TikTok | page Keessan na argachuuf @WABIISG tiktok.com/@sanyiigudataa2            Galatoomaa          Sanyii Guddataa
显示全部...
13 1🤝 1
🎴Moti Engineering PLC🎴 ▪️Job Position- Marketing Manager Education:Bachelor’s degree in marketing management or related field of studies (MBA preferred). ▪️Find More detail here       💧💧💧💧 https://kebenajobs.com/moti-engineering-plc-2/ ▪️Deadline : January 19th, 2026
显示全部...
21
🎴Metropolitan Real Estate PLC🎴 ▪️Job Position- 1  Accountant ▪️Job Position-2  PROCUREMENT OFFICER ▪️Find More detail here       💧💧💧💧 https://kebenajobs.com/metropolitan-real-estate-plc-2/ ▪️Deadline : January 20th, 2026
显示全部...
20🏆 2
照片不可用在 Telegram 中显示
#Gatii_Madaalawaan Omishaafi Tajaajila keessan Miliyoonatti beeksifadhaa! #Beeksisaalee Omisha keessan ittiin Uummata biraan geessaniif, Bu'aa oomisha keessanii firii isaa daftanii akka argattaniif isiin beeksisan. Akkuma beekamu #daldala, #biizinaasii fi hojii kamuu keessatti beeksifni maallaqa caalaatti murteessaa akka ta'e ogeessonni diinagdee fi hayyoonni ni himu. Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa 👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾 Telegram | Facebook | TikTok | page Keessan na argachuuf @WABIISG tiktok.com/@sanyiigudataa2            Galatoomaa          Sanyii Guddataa
显示全部...
45🙏 2 1
🎴Sisay Tesfaye Agricultural Development🎴 ▪️Job Position- Accountant Education:Bachelor’s Degree in Accounting, Finance, or a related field ▪️Find More detail here       💧💧💧💧 https://kebenajobs.com/sisay-tesfaye-agricultural-development/ ▪️Deadline : December 27th, 2025
显示全部...
36🤡 2 1
🎴Sorenie Import & Export PLC🎴 ▪️Job Position- Finance Division Head Education:BA/BSC Degree in Accounting/Accounting and finance and other related field of study from a recognized higher learning Institutions ▪️Find More detail here       💧💧💧💧 https://kebenajobs.com/sorenie-import-export-plc/ ▪️Deadline : December 26th, 2025
显示全部...
30👏 3
🎴KAKI PLC🎴 ▪️Job Position-1 Part Manager ▪️Job Position-2  Automotive Service Manager ▪️Find More detail here       💧💧💧💧 https://kebenajobs.com/kaki-plc-4/ ▪️Deadline : January 20th, 2026
显示全部...
50👍 1
Beeksisa ariifachiisaa Waliif #share godha NAMOOTA: 5000+ Barbaada‼️ CHINA COMMUNICATION CONSTRUCTION COMPANY VACANCY NOTIFICATION LTD. Hojii ijaarsa buufata xiyyaaraa idil addunyaa magaalaa Bishooftuutti hojjetamuuf hojjetaa qacaruu barbaada.👇👇👇👇👇👇👇 Gitoota hojii banaadhaan jiran ➲Oppireetara Ekskaavaataraa= 500 ➲Oppireetara Buuldoozarii= 200 ➲Oppireetara Loodarii= 50 ➲Oppireetara Gireedarii= 100 ➲Oppireetara Road Roller= 200 ➲Tow truck, Refunding truck and water truck driver: 2500 Dafaa carraa kanatti fayyadamaa yeroo keessanitti fayyadamaa! Bakki galmee biiroo dhaabbatichaa kan Bishooftuu ta'a jedhameera. Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa 👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾 Telegram | Facebook | TikTok | page Keessan na argachuuf @WABIISG tiktok.com/@sanyiigudataa2         Galatoomaa          Sanyii Guddataa
显示全部...
CamScanner 20-12-2025 10.48.pdf3.61 KB
163👍 23🎉 12🤝 2
Kitaabni "The Laws of Human Nature" jedhu kan Roobart Giriin barreesse amala fi walqunnamtii dhala namaa hubachuuf hubannoo gatii guddaa qabu kenna. Kitaabicha irraa barumsawwan ijoo muraasni kunooti: 1. Of beekuu: Namoota biroo hubachuuf of hubachuun murteessaadha. Miira, loogii fi akkaataa ofii keetii adda baasuudhaan, daayinamiksii hawaasummaa haala gaariin keessa darbuu dandeessa. 2. Mararfannaa: Gara laafina guddisuun namoota biroo wajjin sadarkaa gadi fagootti akka wal qunnamtu si gargaara. Miira, ilaalchaa fi muuxannoo isaanii hubachuu fi walqabsiisuu kan dabalatudha. 3. Dandeettii ilaalchaa: Mallattoolee afaaniin ala ta’an, afaan qaamaa fi akkaataa amala xixiqqoo xiyyeeffannoo kennuun waa’ee akeekaa fi kaka’umsa dhugaa namootaa waan baay’ee mul’isuu danda’a. 4. Sammuu miiraa: Sammuu miiraa qabaachuun miira ofii to’achuu fi miira namoota biroo adda baasuu of keessaa qaba. Deebii bu’a qabeessa ta’e akka kennituu fi hariiroo cimaa akka ijaartu si dandeessisa. 5. Daayinamiksii humnaa: Daayinamiksii humnaa haala hawaasummaa adda addaa keessatti beekuun hariiroo akka qajeelchituu fi haalawwan irratti dhiibbaa uumuuf si gargaara. 6. Dhiibbaa fi amansiisuu: Qajeeltoowwan xiinsammuu amansiisuu duuba jiran hubachuun, bu’a qabeessa ta’een akka wal qunnamtu, namoota biroo kakaasuu fi murtoo irratti dhiibbaa akka gootu si dandeessisuu danda’a. 7. Madaallii amala: Amala fi akeeka namootaa akkaataa amala walfakkaataa irratti hundaa’uun madaaluun murtii odeeffannoo irratti hundaa’e kennuu fi haala gaariin of eeguuf si dandeessisa. 8. Dhugaa ta’uu: Ofii kee isa dhugaa hammachuu fi walqunnamtii kee keessatti dhugaa ta’uun wal amantaa uumuu fi namoota biroo wajjin walitti dhufeenya cimaa uumuuf gargaara. 9. Tooftaalee namoota rakkisoo ta’an waliin hojjechuuf gargaaran: Kitaabni kun gosoota namoota rakkisoo adda addaa adda baasuu fi bulchuu irratti hubannoo kan kennu yoo ta’u, haalawwan qormaata ta’an haala bu’a qabeessa ta’een akka qabattu si dandeessisa. 10. Sammuu hawaasummaa: Sammuu hawaasummaa guddisuun daayinamiksii garee hubachuu, haala hawaasummaa keessa deemuu fi amala kee haala adda addaa wajjin walsimsiisuu of keessaa qaba. Barumsawwan kana hojiirra oolchuudhaan hubannoo uumama namaa irratti qabdu guddisuu, hariiroo kee fooyyessuu fi walqunnamtii hawaasummaa haala bu’a qabeessa ta’een qajeelchuu dandeessa. #HumanNatureInsights #SelfAwarenessJourney #EmpathyMatters #ObservationalSkills #EmotionalIntelligence #PowerDynamics #InfluenceandPersuasion #CharacterAssessment #AuthenticLiving #DifficultPeopleStrategies #SocialIntelligence #UnderstandingHumanBehavior #RelationshipBuilding #PsychologyBookClub #PersonalGrowthReads Please add More* Namoota #jaallattan Positive mind find opportunity in everything. While negative mind find fault in everything ✍️✍️✍️❤❤❤❤✍️✍️✍️ Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa 👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾 Telegram | Facebook | TikTok | page Keessan na argachuuf @WABIISG tiktok.com/@sanyiigudataa2         Galatoomaa          Sanyii Guddataa
显示全部...
77🤡 1
照片不可用在 Telegram 中显示
👍 8 4
照片不可用在 Telegram 中显示
Baankii Siinqeetti hojjettootni haaran yeroo darbee sadarkaa ‘Bank Trainee’ irratti qacaramtan leenjii hojii duraa (Induction training) kan marsaa jalqabaa wiixata muddee 13 bara 2018 tti Hotela Giyooniitti waan waamamtaniif hidhaa(link) armaan gadii seenuun akkataa waamicha keessaniitti akka argamtan isin beeksifna. በቅርቡ ' Bank Trainee' መደብ ’የተቀጠራችሁ  አዳዲስ የሲንቄ ባንክ ሰራተኞች ሰኞ  ታህሳስ 13 ቀን 2018 ዓ.ም  በመጀመሪያው ዙር የቅድመ ስራ ስልጠና (Induction training) በጊዮን ሆቴል ስለሚሰጥ በስልተኛው ላይ እንድትገኙ  እያሳሰብን ከታች የተያያዘውን ማስፈንጠሪያ በመንካት የስም ዝርዝራችሁን ማወቅ የምትችሉ መሆኑን እናሳውቃለን፡፡ https://siinqeebank.com/2025/11/07/bank-trainee-called-for-induction-training/ Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa 👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾 Telegram | Facebook | TikTok | page Keessan na argachuuf @WABIISG tiktok.com/@sanyiigudataa2         Galatoomaa          Sanyii Guddataa
显示全部...
49👍 4👏 2🙏 2🤡 1🤝 1
#Qajeelfama_Duty_Haarawa #Seektaroota_Fayyaatiif 1. Qajeelfamni kun karaa siivil sarvisii federaalaa gadhiifame 2. Gaafa guyyaa 07/04/2018 irraa eegalee hojii irra oola 3. Dhaabbilee fayyaa mootummaa hunda keessatti haala wal fakkaatun hojii irra oola ( Keellaa fayyaa- Hospitaala yinivarsiitii) 4. Namni tokko yoo baay'ate sa'aatii duty 212 hojjeta 5. Iddoo hanqinni namaa jirutti koomishinicha beeksisuun dabalataan hojjechiisun ni danda'ama 6. Haala herreega kaffaltii mindaa sa'aa 1 kaffaltii mindaa sa'aatii tokko=  mindaa hojjetaa/30/8 ykn mindaa hojjetaa/240 7. Haala herrega kaffiltii duty sa'aatii 1 Galgala 12:00-4:00- kaffaaltii mindaa sa'aa tokkoo × 1.25 Haalkan 4:00-barii 12:00 kaffaaltii mindaa sa'aa tokkoo × 2 Guyyaa ayyaanaa kaffaaltii mindaa sa'aa tokkoo × 2.5 galgala sa'aatii 11:30-12:00 fi ganama sa'aatii 12:00-2:30 kaffaaltii mindaa sa'aa tokko x 1 8. Qajeelfama kanaan ala waan ta'u kamuu fudhatama hin qabu.
显示全部...
107👍 17🤡 1
🎴Marie Stopes International Ethiopia🎴 ▪️Job Position-Receptionist Cashier Education:BA/Diploma in Accounting or Secretarial Science and Office Management ▪️Find More detail here       💧💧💧💧 https://kebenajobs.com/marie-stopes-international-ethiopia-7/ ▪️Deadline : December 28th, 2025
显示全部...
27👍 4🤡 1
🎴Action for Social Development and Environmental Protection Organization🎴 ▪️Job Position- Driver Education:Grade 12 completed Valid level three driver's license appropriate for the type of vehicle to be operated. ▪️Find More detail here       💧💧💧💧 https://kebenajobs.com/action-for-social-development-and-environmental-protection-organization/ ▪️Deadline : December 26th, 2025
显示全部...
38
#Update #Exitexam Barattoonni qormaata bahumsaa kana yeroo jalqabaatiif fudhachuuf jiran, galmee isaanii sadarkaa dhaabbata barnootaatti guyyaa ibsameen raawwachuu qabu. Odeeffannoon keessanis karaa dhaabbata barnootaa olaanaa isin itti barattaniitiin Ministeera Barnootaatti ni ergama. Dhimmoota kaffaltii: Telebirr fayyadamuun Payment cuqaasaa, booda Education fee filachuun, tarree keessaa “Educational Assessment and Examinations Service” filadhaa. Kaffaltiin bulchiinsa qormaataa qarshii 750 kaffalamuu qaba. (Suuraa 2) Namoonni qormaata bahumsaa kana yeroo lammaffaaf (deebi’anii) fudhachuuf jiran, galmee isaanii ofumaan raawwachu qabdu 👉🏽 https://exam.ethernet.edu.et Jecha icciitii (Password) fi tikeetii seensaa yeroo qormaatni ga’u isiniif kennama. Yoo Username keessan irraanfattan ta’e, forgot username fayyadamuun argachuu dandeessu. Yoo duraan karaa gara garaatiin al tokko caalaa galmooftan ta’e, sirni (system) Username hunda ni agarsiisa; isaan keessaa tokko qofaan fayyadamtanii galmaa’uu dandeessu
显示全部...
157👍 16🤡 5🎉 2🙏 2
照片不可用在 Telegram 中显示
#Itoophiyaa irra dabalatee biyyoota heddu irraan namootni akka #Ameerikaa jiratan carraa kan kennu sagantaan lotorii DV addaan cite. Via BBC Sababni maali?👇👇 tiktok.com/@sanyiigudataa2
显示全部...
👍 28 22