es
Feedback
Sanyii Guddataa

Sanyii Guddataa

Ir al canal en Telegram
2025 año en númerossnowflakes fon
card fon
239 530
Suscriptores
-6724 horas
+3437 días
+2 36530 días
Archivo de publicaciones
🎴Ethiopian Agricultural Transformation Agency (ATA)🎴 ▪️Job Position- 1 Property Management Officer ▪️Job Position- 2 Project Officer II -Cluster Coordinator ▪️Find More Details here           💧💧💧💧    https://kebenajobs.com/ethiopian-agricultural-transformation-agency-7/ ▪️Deadline : December 31st, 2025
Mostrar todo...
16🙏 1
🎴Global Bank🎴 ▪️Job Position -1 Trainee Banker (Junior IT System & Database Management Officer) ▪️Job Position- 2 Trainee Banker (Junior IT Application Management Officer) ▪️Job Position- 3 Senior IT Program Management Officer ▪️Job Position- 4 Senior IT Application Management Officer ▪️Job Position -5 Director, Credit Analysis & Review Departmentally ▪️Find More Details here           💧💧💧💧       https://kebenajobs.com/global-bank/ ▪️Deadline: Working days (Dec 22 – Dec 26, 2025)
Mostrar todo...
29👍 2🤝 2 1
Beeksisaa hojii
Mostrar todo...
12
Repost from Sanyii Guddataa
Beeksisa Caalbaasii! Manni jireenyaa kutaa 10 (kudhan) qabu kan bilokkeettiidhaan ijaarame Magaalaa Shaggar kutaa magaalaa Sabbataa naannoo Alamganaa ykn  Keenteeri jedhamuun beekamu, Kutaa magaalaa  Furi aanaa Chaffee Kaaraabu keessatti argamu, bal’ina iskuweer meetira 200 irra kan buufate daangaan isaa;  Lixaan Daandii, Bahaa, Kaabaa fi Kibbaan Lafaan kan daangeffame yoo ta’u, gatiin caalbaasii ka’umsaa 2,533,707.87 (miiliyoona lamaa fi kuma dhibba shaniif soddomii sadii fi kuma torbaa fi dhibba torbaaf saantima 87) ta'e caalbaasiidhaan gurguramuuf waan barbaadameef, dorgomtoonni fedhii qabdan gaafa guyyaa 22/04/2018 ganama sa’aatii 3:30 hanga sa’aatii 7:30tti gatii ka’umsaa 1/4 (%25) baankiitti qabsiisuun ykn CPO hojjachiisuun akka galchitan  Manni Murtii Aanaa Furii isin beeksisa. Beeksisni kun ji'a tokko (1)f qilleensarra kan turu yoo ta'u, dorgomtoonni hirmaachuuf fedhii qabdan bilbilaa armaan gadii: odeeffannoo dabalataa argachuuf +251 0973994841 +251 911612253 +251 943111135 +251 973994841
Mostrar todo...
1.62 MB
36🙏 1🤡 1
Photo unavailableShow in Telegram
👁‍🗨#Waamicha Qacarrii Ogeeyyii Fayyaa Godina Jimmaa.!! @Haakimotaoromo
Mostrar todo...
29👍 4
Photo unavailableShow in Telegram
35🤡 1
🎴Wegagen Bank S.C🎴 ▪️Job Position-1 Junior Secretary ▪️Job Position -2 Branch Manager – IV ▪️Job Position -3 Branch Manager – IV ▪️Job Position-4 Branch Manager III ▪️Job Position-5 Senior Electrical Engineer ▪️Job Position-6 Manager, Treasury Sales Desk ▪️Job Position -7 Manager, Trading Desk ▪️Find More Details here           💧💧💧💧       https://kebenajobs.com/wegagen-bank-s-c-4/ ▪️Deadline: 2025-12-27
Mostrar todo...
27🎉 1🙏 1🤝 1
#ExternalVacancy Announcement No. 031/2025 December 21, 2025 Tsehay Bank S.C. would like to recruit qualified candidates for the following positions: Job Position: Principal Human Resource Management Officer Qualification: BA degree   from a recognized higher learning institution in Management, Human Resource Management, Business Administration or related field of discipline. Experience: Must have 6 years of experience with at least 2 years’ service as Senior HRM Officer. Place of Work: Head Office, Addis Ababa. Application Link 👇 https://forms.gle/s181WvLrQX42avfw7 2.  Job Position: Trainee Banker Qualification: BA degree   from a recognized higher learning institution in Accounting and Finance, Banking & Finance, Management, Business Administration, Economics, Marketing Management or related field of discipline. Experience: Year of Graduation: 2023 and 2024. CGPA: above 3.25. Experience: Not Required. Language: Afaan Oromo. Additional Requirement: Applicants are required to pass national exit exam. Place of Work: Aweday. Application Link 👇 https://forms.gle/44ebRpgaVVBf2e5h8 Note: ➤ Salary: As per the Bank’s salary scale. ➤ Only shortlisted applicants will be contacted. ➤ Interested applicants fulfilling the above requirements are invited to send their updated resume and work experience with PDF or Image format within 5 (five) consecutive days following this announcement on newspaper. Tsehay Bank For All!
Mostrar todo...
108👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
7
Photo unavailableShow in Telegram
Happy Monday! A brand new week is here, full of fresh starts and endless possibilities. Whatever last week held leave it behind. Today is your chance to reset, refocus, and rise. Go into this week with positive energy, clear goals, and a strong mindset.. Every morning you have two choices:  1. Continue sleeping with your dreams.  2. Wake up and chase them.  The choice is yours. Ganama ganama filannoo lama akka qabdu yaadadhu: 1. Abjuu kee waliin hirriba itti fufi. 2. Dammaqii isaan ari'i. Filannoon kan keeti. Guyyaa haaraan abdii haaraa fidee dhufa! Wiixatni immoo guyyaa jalqabaa torbee haaraa mul’ata ofii milkeessuuf carraaqqiin itti godhamuudha. Guyyaa gaarii qabaadhaa Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa 👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾 Telegram | Facebook | TikTok | page Keessan na argachuuf @WABIISG            Galatoomaa          Sanyii Guddataa
Mostrar todo...
76👍 12
🎴University of North China Electric Power Scholarship🎴 ▪️University:  University of North China Electric Power ▪️Degree level:  Masters, PhD ▪️Scholarship coverage:  Fully Funded ▪️Eligible nationality:  All Nationalities ▪️Award country:  China ▪️Find More Details here           💧💧💧💧       https://kebenajobs.com/job/university-of-north-china-electric-power-scholarship/ ▪️Deadline: March 30, 2026
Mostrar todo...
41👍 6🤝 3🤡 1
Kabaja waggaa 1ffaa Damee Buraayyuu Waldaa Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit. Ka'umsi isaa Afoosha Walgargaarsaa Dargaggootaa Ganda Abbichoo kan ta'e, Waldaan Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, waggaa 1ffaa damee isaa, isa Buraayyuu guyyaa kaleessaa kabaje. Waldaan kun turtii waggaa sadii keesatti Magaalaa Finfinnee dabalatee magaalota adda addaa keessatti damee isaa daraan babal'ifachaa kan jiru yoo ta'u, yeroo gabaabaa kana keessatti miseensota hedduu horachuu fi qabeenya walii galaa hedduu kuufachuu danda'eera.  Waldichi erga hundeeffamee kaasee, hanga har'aatti tajaajiloota qusannoo, liqii fi gorsa diinagdee garaa garaa kennuun, rakkoo hawaas-diinagdee hawaa furuu danda'eera, ittis jira. Tajaajiloota liqii waldichi kennu keessaa tajaajilli liqii bittaa manaatiif oolu, bittaa konkolaataaf oolu, hojiilee qonnaatiif oolu,  dandala eegaluufis ta'ee babal'isuuf oolu, dhimmoota hawaasummaatiif oolu, akkasumas wabii mindaa qofan, warra ijoodha. Waldichi hojimaata isaa salphisuu fi namni hundi lafa jiru taa'ee tajaajila isaa argachuun fayyadamoo akka ta'aniif tarsiimoowwan mijatoo baasuun hojiirra oolchaa jira.  Dargaggoota hoji-uumtotaaf kaaphitaala ka'umsaafi babal'ina hojiilee daldalaatiif oolu dhiyeessuun abdiifi abjuu isaanii dhugoomsee hawaasa badhaadhe arguun mul'ata waldichaa yoo ta'u, mul'ata isaa kana dhugoomsuuf damee isaa daraan babal'ifataa jira. Dameewwan hanga ammaatti banate keessaa Dameen Buraayyuu isa tokko yoo ta'u, guyyaa kaleessaa waggaa 1ffaa isaa bifa hoo'aa ta'een kabaje. Saganticharratti miseensonni damichaas,  hooggantoota waldichaa waliin marii bal'aa  taasisan. Waldaa kanarraa odeeffannoo barbaachisu fudhachuun galmaa'uuf: Website=   www.ethioterit.com E.mail= info@ethioterit.com Bilbila ergaa gabaabaa=9124 Lakk.bilbilaa=0957073701/57076716 fayyadamaa. Sanbata gaarii qabaadhaa! Waldaa Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit Kaayyoon qusadhaa, karooraan liqeeffadhaa! Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa 👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾 Telegram | Facebook | TikTok | page Keessan na argachuuf @WABIISG tiktok.com/@sanyiigudataa2         Galatoomaa          Sanyii Guddataa
Mostrar todo...
60👍 5🤡 1
14
🎴OVID Real Estate🎴 ▪️Job Position- Digital Marketing Specialist - Readvertised Education: Bachelor's in Marketing, Business, Communications, or a related field provides a strong base. ▪️Find More detail here       💧💧💧💧 https://kebenajobs.com/ovid-real-estate-5/ ▪️Deadline : December 24th, 2025
Mostrar todo...
32
Photo unavailableShow in Telegram
🌍 Digital Economy – Weekly Short Training Program The digital economy is reshaping how businesses operate, compete, and grow. To support entrepreneurs, professionals, and emerging enterprises, we are launching a Weekly Short Training Program focused on Digital Economy Awareness Creation. This session is designed to build foundational understanding, highlight practical digital tools, and prepare participants to navigate today’s technology-driven market environment. 📍 Location: Lagatafo Qonnaan Bula Building 📆 Schedule: Weekly – Every Sunday ⏰ Time: 10:00 AM (local time) Galmeef as cuqaasa📍 https://docs.google.com/forms/d/1RUzPP9Bg5NCq2Xfp8vCL8mQD0VYfvsRst2BCp5hx9FQ/viewform 🔹 Who should attend? Entrepreneurs, MSMEs, professionals, youth, and anyone seeking to understand and benefit from the digital economy. 🔹 What you will gain: 🤔Clear understanding of the digital economy and its impact 🤔Awareness of key digital tools for business and productivity 🤔Practical insights aligned with current market trends
Mostrar todo...
51🎉 2🤝 2
10. Beeksisa (promotion):- Maallaqa, humnaa fi yeroo kee isa guddaa beeksisaaf oolchi. Beeksifni dirqama karaa reediyoo fi televijinii ta’uu hin qabu. Maamiloota kee isa tajaajila kee dursanii baran, kan jaalatan fayyadamtee akka isaan namoota beekan (in their circle) tti sii himan (refer) sii godhan amansiifadhu. Namoonni hedduun beeksisa gara reediyoo ykn telejiniin argan caalaa nama amanan irraa yoo waa dhagahan amaninii bitu, jecha nama amananii (word-of-mouth) ni amanu. Namoonni karaa kanaan dhufan immoo maamila kee amanama ta’u, nama biraas sii fidanii dhufu.
Mostrar todo...
54 8🤝 1
#Hojjechuu • #Milkaa'uu • #Namni hunduu, biizinasii eegaluuf fedhii ni qaba. Garuu baay'een namootaa maalif akka yaadanitti eegaluu fi milkaa'uu hanqatan, kun gaaffii nama hundaati. Ogeeyyonni diinagdee (Economist) hedduun, “yaada biizinasii gaarii yoo qabaatte, maallaqni rakkoo hin qabu” jedhu. Garuu #Biizinaasii jeechuun maalii.? Namni tokko, matii tokko madda galii godhate, hojatee, ifaajaafi, humna isiin of jirachuu hundii biizinaasii jedhamaa. /Employee, Self Employed, Business Owner and Investors/ kitaaba Roobert Koyaasaakiidha Anis yaada kana ittan walii gala. Garuu biizanasii akkamitti eegalla? Maallaqni Eessan dhufa? Kan jedhu gaaffii nama hundaati. Biizinaasii eegaluuf........? ➖➖➖➖➖➖➖➖➖ 1. Fedhii qabaadhu:- Wanti hundi fedhiirraa madda. Fedhiin ati waan tokko gochuf qabdu milkaa’ina keetif murteessadha. Dhugumaan biizinasii eegaluu barbaaddaa? 2. Kutannoo qabaadhu:- gara daldalaa yoo seentu qormaanni hedduudha. Bu’aa-bahii baay’etu jira. Keessattuu biizinasichaaf haaraa yoo taate wanti hundi ni ulfaata. Rakkoowwan akka qulqullina omishaa (product quality), hidhata gabaa (Market linkage), dorgommii (Competition), baasii (cost of production) fi kanneen biroo hedduun ija baasanii si eegu. Kun akka jiru beektee, kutannoo guutun gara biizinasii seenuu qabda. 3. Obsa qabaadhu:- Hudhaaleen armaan olitti ka’an irra aanuf, obsi (patience) akkaan barbaaachisaadha. Rakkoolee hundaaf furmaata laachaa, nama mariisisaa deemun jala darbuuf yaaludha malee abdii kutachuun hin barbaachisu. 4. Cichoomina qabaadhu:- Cichoominni (perseverance) biizinasiis ta’ee jiruu keenya guyyaa guyyaa keessatti faayidaa ol’aanaa qaba. Waan fedhii keetin itti amantee eegalte gufuu xiqqoofis ta’ee guddaaf hin dhiisin, itti cichi, haga dhumaatti deemi, 5. Filannoo Biraa (plan B) qabaadhu:- Gaafa daldala eegaltu waan tokko qofa irratti hin xiyeeffatin. Wantoota lama ykn isaa ol akka filannoo biraatti qabadhu (Business Diversification). Fakkeenyaaf, Yoo mana rifeensa dhiiraa yookiin dubaraa banuu barbaadde, cinaatti dibata gara garaa, urgooftuwwan (shittoo) banii daldali. Yoo qonna jal’isii qotuu barbaadde, loon furdisuu, lukkuu horsiisuu faa akka filannoo biraatti qabadhu. 6. Galteewwan (Inputs) eenyurraa akka argattu beeki: Daldala keessaatti, waa omishuuf ykn tajaajila (service) wayii kennuuf madda galteewwanii (Sources of Inputs) keetii haalan beekuu barbaachisa. Glateewwan na fayyadan maal fa’a? hagamtu na gaha? Eenyurraayyin argadha? Gaaffiwwan jedhan deebisuun dirqama. Inni biraa galteewwan kana haala itti gatii salphaan argachuu dandeessu yookiin karaa ofuma keetii ofii dhiyeessuu dandeessuu irratti itti yaadi. Fakkeenyaaf, Mana Nyaataa (Hotel) qabda yoo ta’e horii qalmaa gabaarraa bituu moo, sangaa isa xiqqaa bittee erga gabbistee booda, qalmaa dhiyeessuu wayya kan jedhu irratti “Cost-benefit” isaa itti yaaduu barbaachisa. 7. Fedhii fayyadamtootaa (demands) beekuu:- Bu’uurri wanta hunda maamila kee waan ta’eef fedhii isaanii addaan baastee beekuu barbaachisa. Wanta hawaasni tokko hin feene yoo eegalte hin ta’u. Fakkeenyaaf Hawaasa alkoolii hin dhugne keessatti mana dhugaatii banuun faayidaa hin qabu. 8. Waan addaa (Unique) ta’e jalqabi: Asirratti baay’ee yaadun barbaachisaadha. Waan addaa yoo jennu waanuma haaraa qofa jechuu miti. Waanuma jiru bifa adda ta’een dhiyeessuu jechuudha. Fakkeenyaaf, buna jabanaa gurguruu yoo barbaadde, waanuma namoonni biroo kana dura godhan hin godhin. Xiqqoo waa fooyyessii koottu. 9. Maamiloota kee yaada gaafadhu (feedback): Yeroo hundaa nama waa sirraa fayyadamee deemu maaltu akka fooyya’uu qabu gaafadhu. Namoonni baay’en fedhii isaanii sitti himuu dhiisuu danda’u, garuu dandeettii fuula isaanii irraa waa hubachuu horachuu danda’uu qabda. Fedhiin maamila dugugguruu dugdaa biizinaii keetii waan ta’eef, haaluma kamiinuu fedhii isaa guutuu qabda.
Mostrar todo...
68👍 8🎉 3