fa
Feedback
ABDII SABAA

ABDII SABAA

رفتن به کانال در Telegram

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! @Abdii_Sabaa 💬Contact Us💬 @AbdiiSabaaDm 🎯BARNOOTAAF @abdii_sabaa_university 🎯MARIIF @Garee_Abdii_Sabaa

نمایش بیشتر
2025 سال در اعدادsnowflakes fon
card fon
561 096
مشترکین
-9524 ساعت
-2237 روز
-1 04730 روز
آرشیو پست ها
Photo unavailableShow in Telegram
Bu’aan qormaata kutaa 12ffaa gadhiifameera Ilaallachuuf 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 1. Marsaariitii፡ https://result.eaes.et 2. teelegiraama፡ https://t.me/EAESbot 3. Ergaa gabaabaa (SMS)፡ 6284 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://otieu.com/4/8938642 https://otieu.com/4/8938642 Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University irratti hordofaa! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
نمایش همه...
320👍 46🥰 31😁 29🤯 21💔 19🔥 10💯 9👏 5😱 4🆒 3
Photo unavailableShow in Telegram
Bu’aan qormaata kutaa 12ffaa guyyaa harraa haga sa’a 6:00 tti ni gadhiifama jechuu ministeerri ministeera barnootaa Pirofeeser Birhaanuu naggaa ni yaadatamaa. Bu’aa qormaataa ilaallachuu irratti rakkinni akka hin uumamneef sirriitti yeroo qulqulleessinu gadi lakkisna ka jedhe ministeerri barnootaa, guyyaa harraa sa’a 6:00 booda ni gadhiifama jedhamee eegama. Kanumaan walqabachuun barattootaafi maatiin barattootaa carraaqqii isaanii waggaa 12olii arguuf eegaa kan jiran yommuu ta’u miidiyaan @Abdii_Sabaa karaa sirrii barattoonni bu’aa isaanii ittiin ilaallatan kan isiniin ga’u ta’a. https://otieu.com/4/8938642 https://otieu.com/4/8938642 Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University irratti hordofaa! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
نمایش همه...
463👍 91🥰 47👌 31😁 25💯 13🏆 12👏 8🤯 8
نمایش همه...
327👍 103😭 84😢 62🤯 36🥰 27😱 26👏 16
ODUU: Bu'aa qormaataa Isa kana eegaa turre - Pr Birhaanuu Naggaa. Kaanan booda barataan of danda'ee qormaata biyyoolessaa darbu bayyaachaa jiraan jecha Pr Birhaanuu Naggaan wayita ibsa Kennan dubbatanidha. "Bara kana qabxii bareedaatu galmaa'e haa ta'u malee gahadha jechuu hin dandeenyu, baroota itti aanan sadanittii qabxii fooyya'aa kan eegnu ta'a."jedhan. Itti dabaluuniis bu'aan qormaataa hanga boru saatii 6tti kan gadi lakkifamu ta'as jedhan. Kunis dogooggorri tokkoyyuu Akka hin uumamneef Akka ta'es himaniiru. Bara kanaas sagantaan barnootaa Foyyaa'insaa ykn remedial akka jiru prof Birhaanuu Naggaa kan dubbatan yoo ta'u qabxiin seensa isaa kan baroota darbaaniirra olkaasuudhaan kan kennamu ta'uusaa himan. Barattota meeqatu remidiyaali gala jedhamanii gaaffii gaafatamaniif ammoo "hin murteessine maarii irra jirras" jechuun deebisan Kan bara darbee caalaa qabxii darbiinsaa olkaasuun remedial akka kennamuus ibsan. "Bara kana barattootni carraan remedial kennamuuf hin murtoofne. Dhibbarraa 40-50  kan jedhu irratti marii irra jirra" jedhanHaa ta'u malee qabxiin seensa isaa kan bara darbeerra kan ol ka'uu fi baayyinni Barattota galaniis  Akka hir'atu ibsan. Bara kana barattoonnii karaa online qormaaticha fudhatan caalatti qabxii fooyya'aa fiduu isaanis himan. Akka biyyattiittii barattoonnii dhibbeentaan 8.4 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa qabxii dhibbentaa 50 ol galmeessuun darbaniiru. Qormaata kutaa 12ffaa bara kanaa qabxii olaanaa galmeessuun Dodolaafi Amboo Oromiyaa kan waamsisan yoo ta'u Mana barnootaa Ifa Boruu Dodolaa Dhiiraan qabxii 591 saayinsii Uumamaan tokkoffaa yoo ta'u Mana barnootaa Boordiingii Amboo Dhiiraan 562 Saayinsii uumamaan kan galmaa’ee ta'u isaa himameera. Walumaa galatti Oromiyaatti barattoonni 11,651 qormaata kutaa 12ffaa bara kanaa milkaa’aniiru. Haaluma kaanan Manneen Barnootaa Ifa Boruu fi Bultii Addaa Sad. 2ffaa 7nuufi MB Waldaa Misoomaa Oromiyaa Barattoota Isaanii 100% Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2017 Dabarsuun Milkaa'aniiru. Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa; Amboo ,Beddellee, Dodolaa, Haramayaa, Nageellee, Najjoo, Yaaballoofi WMO Adaamaa dabalatee barattoota isaanii 100% kan dabarsan yoo ta'u, qabxiin olaanaan bara kana akka biyyaatti galmaa'es Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad 2ffaa keessatti ta'uun daran gammachuu guddaadha. Isaanis: Barnoota Saayinsii Uumamaan MBIBBA Dodolaa  keessatti barataa Khaalid Bashiirin 591/600  kan galmaa'e yoo ta'u, Barnoota Saayinsii Hawaasaan immoo, MBIBBA Amboo irraa qabxii 562/600 galmeessisuun qabxii bara kanaa keessaa 1ffaa ta'aniiru. Walumaagalatti, Manneen Barnootaa Bultii Addaa Akka Oromiyaatti Qabnu Hunduu Qabxii Olaanaa Kan Galmeessisaniifi Barattoota Isaanii 100% Dabarsaniiru. BBO Walumaa galattii qabxii kutaa 12ffaa ilaalchisuudhaan ibsi ministeera Barnootaa irraa gazixeessitootaaf kenname qabiyyeewwan armaan olittii tarreeffaman kan of keessaa qabu ta'uusaa miidiyaan @ABDII_SABAA tamsaasa kallattiin hordofuun bifa kaanan kan qindeessee Jira. As tuquun daawwadhaa! https://otieu.com/4/8938642 https://otieu.com/4/8938642 Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University irratti hordofaa! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
نمایش همه...
1 727👍 218💯 74💔 50🥰 49👏 46🔥 41😘 38❤‍🔥 34🤯 22😁 14
نمایش همه...
💔 149 124👍 48😱 40🕊 29🤬 25🔥 5
Photo unavailableShow in Telegram
Qabxii Ol'aanaa Sadarkaa biyya teenyaatti qabxii ol'aanaa 591 dhibbarraa kan galmeeyse barataa Khaalid Bashiir naannoo Oromiyaa mana barumsa Ifa boruu dodolaa irraa. Goota barnootaa, Fakkeenya dhalootaa maqaa Oromiyaafi biyyaas waamsise. https://otieu.com/4/8938642 Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University irratti hordofaa! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
نمایش همه...
star reaction 1 1 743👍 318🏆 173👏 115🥰 93🔥 58😁 48🤯 44💔 35😨 20👌 18
نمایش همه...
👍 72 39🤬 21😁 11
Photo unavailableShow in Telegram
Qormaati yoom gadhiifama? Qormaati kan gadhiifamu guyya boru haga sa’a 6:00 tti ta’uu ministeerri barnootaa beeksiseera. https://otieu.com/4/8938642 https://otieu.com/4/8938642 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
نمایش همه...
1 019👍 217😁 131😱 119😭 73😢 70💔 66🤬 59👏 50🤯 43🔥 42
نمایش همه...
219👍 91🤬 79🤯 57😭 29🥰 15🫡 14🕊 12😁 8🤗 4
Photo unavailableShow in Telegram
Amboo fi Dodolaan bara kana injifannoon goolaban. Qormaata kutaa 12ffaa bara kanaa qabxii olaanaa galmeessuun Dodolaafi Amboo Oromiyaa waamsisaniiru. Bifuma kanaanis: Mana barnootaa Ifa Boruu Dodolaa Dhiiraan qabxii 591 saayinsii Uumamaan tokkoffaa. Mana Barbootaa Boordiingii Amboo Dhiiraan 562 Saayinsii uumamaan galmaa’eera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
نمایش همه...
1 087👍 218👏 70🔥 64🏆 58😭 45🥰 39😁 32🤯 21😱 21😢 18
Ministeerri Barnoota qormaata kutaa 12ffaan walqabachuun ibsa kenne. Bara kana barattoonni dhibbeentaan 8.4 darbuu kan beeksise ministeerichi barri kun isa bara darbeerra fooyya’aa ta’uu ibseera. Naannoowwan lakkoofsaan barattoota hedduu dabarsa walduraa duubaan Finfinnee, Naannoo Harari fi Naannoo Amaaraadha jedhameera. Bara kana barnoota saayinsii uumaafi naannoon Oromiyaan qabxii olaanaa galmeessiteetti. Bifuma kanaanis: Mana barnootaa Ifa Boruu Dodolaa Dhiiraan qabxii 591 saayinsii Uumamaan tokkoffaa. Mana Barbootaa Boordiingii Amboo Dhiiraan 562 Saayinsii uumamaan galmaa’eera. Walumaa galatti Oromiyaatti barattoonni 11,651 qormaata kutaa 12ffaa bara kanaa milkaa’aniiru. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
نمایش همه...
744👍 157🥰 45👏 25😱 22🤬 22🤯 15🔥 14🤝 13❤‍🔥 1
Photo unavailableShow in Telegram
#kutaa_12ffaa Bara kana manni barnootaa 1,249 barataa tokkollee dabarsuu hin dandeenye. #ADS 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://otieu.com/4/8938642 https://otieu.com/4/8938642 Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University irratti hordofaa! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
نمایش همه...
😭 561 409😁 77👍 76😢 55🤯 37👏 28🔥 27😨 14😱 11💘 9
#kutaa_12ffaa Qabxii olaanaan bara kanaa saayinsii uumamaa Dhiira 591/600 Dodolaa Ifa Boruu irra Dubara 579/600 finfinnee Bisraata Gabriel Saayinsii Hawaasaa Dhiiraa 562 Ambo Bording irraa Shamara 548 Seent Jooseef irraa #ADS 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://otieu.com/4/8938642 https://otieu.com/4/8938642 Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University irratti hordofaa! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
نمایش همه...
711👍 175👏 50🥰 42👌 25😢 22🔥 14🤯 12😁 8🕊 5🤗 3
#kutaa_12ffaa Qabxii olaanaan bara kanaa saayinsii uumamaa 591/600 Dodolaa Ifa Boruu irra 579/600 finfinnee Bisraata Gabriel #ADS 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://otieu.com/4/8938642 https://otieu.com/4/8938642 Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University irratti hordofaa! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
نمایش همه...
685👍 192👏 53😱 33🫡 28🔥 24😁 24🤯 23🙏 22🤩 19🆒 9
#kutaa_12ffaa Oromiyaatti bara kana barattoonni 14651 darbaniiru. #ADS 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://otieu.com/4/8938642 https://otieu.com/4/8938642 Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University irratti hordofaa! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
نمایش همه...
506👍 156😭 72😢 37🔥 27👏 17🥰 16🤯 11🤬 10😁 4
#kutaa_12ffaa Barattoonni saayinsii uumamaa 11.4% bara kana darbaniiru saayinsiin hawaasaa kan darban 5.3% , Akka biyyaatti 8.4% 50% ol fiduun darbaniiru. Wail gala barattoonni 48,929 darbaniiru. #ADS 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://otieu.com/4/8938642 https://otieu.com/4/8938642 Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University irratti hordofaa! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
نمایش همه...
446👍 132😢 32😭 32😱 5🔥 3🤯 2
Bara kana naannoon barattoota hedduu dabarse Finfinnee ta'uun ibsameera. #ADS 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://otieu.com/4/8938642 https://otieu.com/4/8938642 Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University irratti hordofaa! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
نمایش همه...
292👍 88🥰 33🤯 20
#kutaa_12ffaa Ministeerri barnootaa bu’aa qormaata kutaa 12ffaan walqabachuun ibsa kennuu eegaleera . Bara kana dhibbentaan barattoota darbanii dabaluu ministeerichi beeksiseera. #ADS 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://otieu.com/4/8938642 https://otieu.com/4/8938642 Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University irratti hordofaa! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
نمایش همه...
395👍 51👏 36🤯 22🔥 20🥰 14😱 4
Photo unavailableShow in Telegram
Tamsaasa kallattii #ADS 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://otieu.com/4/8938642 https://otieu.com/4/8938642 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
نمایش همه...
194👍 70😁 22👏 14🥰 9🔥 4🤯 2
Photo unavailableShow in Telegram
#kutaa_12ffaa Guyyaa harraa sa’a 10:00 tti ministeerri barnootaa bu’aa qormaata kutaa 12ffaan walqabachuun ibsa ni kenna jedhamee eegama. Ibsi kun miidiyaaleen lafa argamanitti kan kennamu yommuu ta’u, yeroo bu’aan gadhiifamuufi karaa ittiin barattoonni ilaallatan ibsa kanarratti ni ifooma. Miidiyaan @Abdii_Sabaa ibsa kana kallattiin hordofuun kan dhiheessu ta’a. Fuullota miidiyaa @Abdii_Sabaa isa sirrii qofa hordofuun burjaajjii irraa of eegaa. Feesbuukii miidiyaa @Abdii_Sabaa hordoftoota kuma 100,000 ol qabu karaa hidha https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb tiin hordofaa . Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University irratti hordofaa! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
نمایش همه...
567👍 142😁 34😭 31🔥 26🤯 13👏 12😨 8🥰 4😱 2