ABDII SABAA
رفتن به کانال در Telegram
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! @Abdii_Sabaa 💬Contact Us💬 @AbdiiSabaaDm 🎯BARNOOTAAF @abdii_sabaa_university 🎯MARIIF @Garee_Abdii_Sabaa
نمایش بیشتر2025 سال در اعداد

561 201
مشترکین
-4424 ساعت
-1327 روز
-1 00130 روز
آرشیو پست ها
🏛️ The Forgotten Library That Defied Fire, War, and Time
In 258 BCE, the Library of Alexandria—often hailed as the ancient world’s greatest repository of knowledge—faced its first catastrophic fire during Julius Caesar’s siege. Yet, few know of another library that survived where Alexandria failed: the Library of Ashurbanipal in Nineveh (modern-day Iraq).
🔹 Oldest Known "Systematic" Library – Established in the 7th century BCE by Assyrian King Ashurbanipal, it housed 30,000 clay tablets covering astronomy, medicine, law, and literature—including the Epic of Gilgamesh, the world’s oldest known epic poem.
🔹 Fireproof by Accident – Unlike papyrus scrolls, clay tablets couldn’t burn. When Nineveh fell in 612 BCE, the library was buried under rubble, preserving it for 2,600 years until its rediscovery in 1850 by Austen Henry Layard.
🔹 A King’s Obsession – Ashurbanipal wasn’t just a warrior; he was a scholar-king who demanded every text in his empire be copied. His scribes even included a colophon (ancient "copyright") reading:
> "Palace of Ashurbanipal, king of the world, king of Assyria."
🔥 Why It Matters – This library proves that knowledge preservation isn’t just about technology—it’s about materials and foresight. While Alexandria’s flames became legend, Nineveh’s clay endured, offering us a direct window into Mesopotamian thought.
💡 Food for Thought: If the Library of Alexandria had used clay instead of papyrus, how much more of antiquity’s wisdom would we have today?
Hungry for more lost chapters of history? Join us @@ABDII_SABAA for weekly deep dives into the past’s most gripping secrets. 📜✨
❤ 290👍 64💔 43🤬 26🤯 23😁 3🔥 2❤🔥 1👏 1
Photo unavailableShow in Telegram
Jijjiga Gaazaa keessa jiru qulqulleessuu fi Gaazaa deebisanii bayyanachiisuun waggoota heddu akka fudhatu himameera.
Kanuma hordofee 'Gaazaa deebisanii bayyanachiisuuf biyyoonni Lixaa fi Arabaa dolaaraa biiliyoona 70 waadaa galan.
Waraana waggaa lamaatiin mancaate kan turte Gaazaan deebitee Akka bayyanatuuf hojetamaa kan jiru yoo ta'u isaaf kan oolu ammoo biyyoonni Lixaa fi Arabaa doolaara biiliyoona 70 waadaa galuusaanii Dhaabbanni Biyyoota Gamtoomanii beeksise.
Ameerikaa dabalatee biyyoonni akka Kanaadaa akkasumas biyyoonni Arabaa fi Awurooppaa hedduun Gaazaa deebisanii bayyanachiisuu kanaaf ammoo adda durummaan hirmaachuuf waadaa galuu isaanii, qondaala UN waabeffachuun Rooyitars gabaaseera.
Qondaalli Sagantaa Misooma Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii (UNDP) Jaco Cilliers akka jedhanitti, waraana Gaazatti raawwatameen yoo xiqqaate jijjigaan gamoo toonii miliyoona 55 ta'u uumameera.
Jijjiga Gaazaa keessa jiru qulqulleessuu fi Gaazaa deebisanii bayyanachiisuun waggoota hedduu akka fudhatus qondaalli UNDP kun himaniiru.
"Michoota keenya heddurraa oduu gaarii dhageenyee jirra," jechuun biyyoonni heddu Gaazaa deebisanii bayyanachiisuuf maallaqa akka buusan waadaa seenuu himan.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 409👍 33😭 23😁 15👏 12🤯 5🔥 2
Photo unavailableShow in Telegram
Oduu Gammachiisaa!
Tokkoffaa yoobaatan qarshii 34,000 ykn Doolaara 200
Lammaffaa Qarshii 10,300 ykn Doolaara 60
Sadaffaa yoo baatan qarshii 6800 injifadhaa.
Sadarkaan keenya gadi jira akkam goona jettanii hin yaadda’inaa Telebirr ykn ton fayyadamuun Raankii keessan Boost taassifachuu dandeessu.
Waldorgommii kanaaf torban sadii oltu hafe sababa ta’eef carraan injifachuu keessanii ballaadha.
ASBEKS hojjechuu eegalaa.
Waldorgommii qofas osoo hin taane guyyaa guyyaan maallaqa hojjatte baafachuu danda’uun kee Asbeks adda taassisa.
Asbeks yeroo hojjettan doolaara tokko yeroo geessu kallattiin “Withdraw” taassifattee baafachuu dandeessa.
Asbeks guyyaa guyyaan siif kafala.
Dabalataan Chaalenjoota sasalphoo Asbeks gadhiisu irratti hirmaachuu maallaqa tasaa haala salphan ni argatta.
Yerookee maallaqatti jijjiiruu feenaan Asbeks filannoo kee taassisi.
Hojii kee hojjechaa, maallaqa dalagde guyyaa guyyaan baafachaa, sadarkaa keessa kan baatu taanaan injifataa ni taata, Asbeksiin jireenya kee ni jijjirta. Hojjetoota yeroo isaanii maallqatti jijjiira @Asbekscommunity irratti argachuun itti makamuu ni dandeessu.
CARRAA GAARII.
@asbeksplatform hordofuun hirmaadhaa.
Karaa Teeligiraamii @asbeksplatform hordofuun hojjechuu eegalaa.
Karaa tiiktookii hordofaa
https://vm.tiktok.com/ZMAQ75Pxr/
https://vm.tiktok.com/ZMAQ75Pxr/
Hojjechuu eegaluuf
https://t.me/asbeksbot/start/?startapp=myadrefNjMwNzk2NTQ2Mg
❤ 362👍 58💔 20🥰 15😁 11😭 10🤯 8😢 6🤬 5👏 4🔥 1
Photo unavailableShow in Telegram
ODUU MUUDAMAA :
MM Dr Abiy Ahimad Komishinara Komishinii Inarjii Niwukilaraa Itoophiyaa haaraa muudan.
MM Dr Abiy Ahimad Saandokaan Dabbabee Komishinara Komishinii Inarjii Niwukilaraa Itiyoophiyaa taasisuun muudaniiru.
Akka ibsi Waajjira Ministira Muummee irraa argamee mulisutti muudamni kun har’a onkololeessa 14 irraa eegalee hojiirra kan oolu yoo ta’uu, Manni Maree Ministirootaa yaa’ii idilee 49ffaaa gaggeesseen dambii haaraa Komishinii Humna Niwukilaraa Itoophiyaa hundeessuun erga raggaasisee booda muudama taasifamedha.
Haaluma kaanan Komishiniin haaraa hundeeffame kun akkaataa qajeelfama idil-addunyaatiin Ityoophiyaan teeknooloojii niwukilaraa karaa nagaan akka itti fayyadamtu qajeelchuuf kan oolu ta'uu, Manni Marichaa ifoomsera.
Aangoon isaa dameewwan ijoo kanneen akka humna elektirikii maddisiisuu, misooma industirii, wabii nyaataa, eegumsa fayyaafi qorannoowwan kalaqa saayinsii keessatti hojiirra oolmaa saayinsii niwukilaraa to’achuu kan dabalatudhas jedhameera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 439👏 48👍 42😢 26🤬 17🥰 8👌 8🔥 1🤯 1😱 1😍 1
Photo unavailableShow in Telegram
Namni dhuunfaan tokkoo seexanatu na erge jedhe Masaraa mootummaatti loltuu eegumsarra ture xiyyaan ajjeesuun ijoo dubbii ta'e.
Taatee kana midiiyaaleen Keeniyaa gabaasuu irratti argamu.
Shakkamaan kun xiyyaan balbala masaraa mootummaa, Balbala D, jedhamu deemuun gochaa kana Akka raawwates himame.
Karaa Balbala kanaan uummanni dhimma Masaraa mootummaatii qaban kan ittiin ol galan ta'unis heerame.
Loltuun ajjeefame waayillan isaa kaan waliin tahee yeroo sana eegumsa irra kan ture yoo ta'u Xiyyi sun cinaacha isaa karaa bitaan seenuun gara Hospitaala Biyyaalessaa Keeniyaataa geeffamus lubbuun ooluu hin dandeenyee.
Shakkamaan kun loltuu ajjeese kana beekaafii hin beekuu isaa hin baramne. Garuu yeruma sana qabamuun qoratamaa ture.
Pireezidaant Wiiliyaam Ruutoon yeroo sana mooraa keessa turan. Daawwannaa gara bakka Machaakos jedhamuutti gochuuf bahuuf turan.
Shakkamaan kun seexanatu akkan yakka kana hojjedhu na erge jechuun poolisiif yaada kenne jedhe poolisiin dhimmicha qorataa jiru.
Manguddoon waggaa 56 kun akkuma namoota kaanii deemaa ture. Keeshaa keessatti xiyya qabatee ture. Achuma keessaa baasuun ajjeese jedhame.
Yeroo inni gocha kana raawwatu eegdonni lama biroo konkolaattota masaraa mootummaa seenaa turan sakatta'aa turan.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 276😁 95👍 39😨 20💘 12👏 10🤯 9😢 7🤬 6🥰 4
Photo unavailableShow in Telegram
Nami dhuunfaan tokkoo seexanatu na erge jedhe Masaraa mootummaatti loltuu eegumsarra ture xiyyaan ajjeesuun ijoo dubbii ta'e.
Taatee kana midiiyaaleen Keeniyaa gabaasuu irratti argamu.
Shakkamaan kun xiyyaan balbala masaraa mootummaa, Balbala D, jedhamu deemuun gochaa kana Akka raawwates himame
Karaa Balbala kanaan uummanni dhimma Masaraa mootummaatii qaban kan ittiin ol galam ta'unis heerame.
Loltuun ajjeefame waayillan isaa kaan waliin tahee yeroo sana eegumsa irra kan ture yoo ta'u
Xiyyi sun cinaacha isaa karaa bitaan seenuun gara Hospitaala Biyyaalessaa Keeniyaataa geeffamus lubbuun ooluu hin dandeenyee.
Shakkamaan kun loltuu ajjeese kana beekaafi hin beekuu isaa hin baramne. Garuu yeruma sana qabamuun qoratamaa ture.
Pireezidaant Wiiliyaam Ruutoon yeroo sana mooraa keessa turan. Daawwannaa gara bakka Machaakos jedhamuutti gochuuf bahuuf turan.
Shakkamaan kun seexanatu akkan yakka kana hojjedhu na erge jechuun poolisiif yaada kenne jedhe poolisiin dhimmicha qorataa jiru.
Manguddoon waggaa 56 kun akkuma namoota kaanii deemaa ture. Keeshaa keessatti xiyya qabatee ture. Achuma keessaa baasuun ajjeese jedhame.
Yeroo inni gocha kana raawwatu eegdonni lama biroo konkolaattota masaraa mootummaa seenaa turan sakatta'aa turan.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
💔 1
Photo unavailableShow in Telegram
Tiraamp Hidha Haaromsaa ilaalchisee akeekkachiisa haaraa kenneera jedhame.
Pirezidaantiin Masirii badhaasa Naayil Koolaar Tiraampi badhaasuuf akka jirus heerame.
Pirezidaantiin Masirii Abdil-Fattaah Al-Siisiin ga’ee Doonaldi Tiraamp lola Gaazaa dhaabuu keessatti taphateef badhaasa akka biyya Masiritti kabaja olaanaa qabu Naayil Koolaar (Nile collar) kennuufiif ta’uu miidiyaaleen biyyichaa gabaasan.
Kana malees Al-Siisiin Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa (GERD) ilaalchisee ergaa viidiyoon dabarseen, Masiriin “nagaa bishaanii ishee eegsifachuuf tarkaanfii barbaarchisu hunda ni fudhatti” jedhan.
Kana kan dubbatan ‘Cairo Water Week’ 8ffaa irratti yoo ta’u, “yeroo Itoophiyaan itti gaafatamummaa malee dhimma Abbayyaarratti murteessitu Masiriin harka marattee hin ilaaltu” jedhe.
Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaldi Tiraamp irra deddeebiin ijaarsaa Hidha Abbayyaa harka caalu maallaqa Ameerikaan hojjatame jechuun isaa ni yaadatama. Hidhi Haaromsaa Guddichi Itoophiyaa garuu dhugaan kan ijaarame maallaqa Ameerikaan osoo hintaane guutummaatti leecalloo biyya keessaafi arjooma lammiilee Itoophiyaatini. Nagaa bishaanii Masirii irras balaan geessisus hinjiraatu.
Akka gabaasni ‘The New Arab’ Adoolessa 20, bara 2025 ba’e agarsiisutti, bulchiinsi Doonaaldi Tiraampi dhimma Hidha Abbayyaa gidduu seenun furuuf yaada Masiriif dhiyeessanii turan.
Kana gochuuf immoo Masiriin karoora Israa’el lammiilee Paalastaayin miliyoonotaan lakkaa’aman gara naannawaa daangaa Gaazaafi Masirii,Raafa, geessuf qabdu akka deeggartu gaafatamtee turte.
Akka gabaasichaatti, Masiriin yaada “ummata Gaazaa yoo gara Raafatti akka geessinu eeyyamte dhimma Abbayyaa gidduu seenun furmaata dhumaa ni laanna” jedhu kana kuffisuu, Ambaasaaddarri sadarkaa olaanaan Masirii miidiyaa Al-Arabii Al-Jadiiditti dubbate jechuun The New Arab wabeeffatee gabaase.
Badhaasni Naayil Koolaar kan kennamuuf namoota Masiriifi Namoomaaf shoora adda taphatanidha. Namoonni idil addunyaa kanaan dura fudhatan Impeerara Itoophiyaa Hayilasillassee, Mootii Joordan Husseen, Mootittii Elizaabeet II, fi Pirezidaantii Ameerikaa duraanii Jiimii Kaarteri.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 378🥰 27😱 26👍 23🤬 16😁 15🤯 9😢 5🔥 4🙏 4
