239 515
المشتركون
+624 ساعات
+3617 أيام
+2 19930 أيام
أرشيف المشاركات
Photo unavailableShow in Telegram
Baay'ee nama gaddisisa
Adaanech Kumsaa jedhamti. Hojjettuu Baankii Daldala Itoophiyaa damee Alaltuu turte. Namicha ishee a j j e e s s e bade kana waliin hariiroo jaalalaa akka qaban dubbatama. Namichi jiraataa magaalaa Finfinnee naannoo Gullallee yoo ta'u, bakka isheen hojjettuu project hojjechiisu qaba. Akkasumas, maatii kan qabu yoo ta'u, isheenis Haadha daa'ima akka taate namoonni ishee beekan nii dubbatu. Guyyaa gochi kun irratti raawwate, leenjiif magaalaa Finfinnee kan oolte yoo ta'u, namicha kana waliin Hoteela Yeroosan jedhamu irbaata nyaachuuf goranii wal dhaban. Sana booda isheenis achitti isa dhiistee baate. Innis konkolaataan bira gahee, eerga seensisee booda magaalaa keessaa baasee sa'atii 3:00'tti s hugguxiin a j j e e s e. konkolaataas achumatti dhiisee yeroof miliqee barbaadamaa jira. Waaqni l ubbuu isheef, boqonnaa haa kennu.
😭 187❤ 100👍 16🙏 7🤡 5🎉 3
Photo unavailableShow in Telegram
Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG
tiktok.com/@sanyiigudataa2
Galatoomaa
Sanyii Guddataa
❤ 22
🎴CC Asphalt Concrete PLC🎴
▪️Job Position-1 Accountant (Female)
▪️Job Position-2 Chinese Translator / Administrative Officer (Female)
▪️Job Position-3 Mechanic / Welder
▪️Find More Details here
💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/cc-asphalt-concrete-plc/
▪️Application Deadline: January 17, 2025
❤ 23
🎴Ahadu Bank S.C🎴
▪️Job Position- Branch Manager I
Education:Bachelor's Degree in Banking & Finance, Accounting, Management, Economics, Business Administration or other related fields of studies.
▪️Find More Details here
💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/ahadu-bank-s-c-9/
▪️Deadline : December 23rd, 2025
❤ 25👍 4🙏 2🤝 1
▪️For Fresh graduates🎴Kerchanshe Trading Company🎴
▪️Job Position- Gender Equality and Social Inclusion (GESI) Intern
Education:Diploma or Bachelor’s degree in Sales, Marketing, Business Administration or related field
▪️Find More Details here
💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/kerchanshe-trading-company-8/
▪️Deadline : December 25th, 2025
❤ 21✍ 1👍 1🤝 1
Photo unavailableShow in Telegram
Danieel Tasfaayee mula'ataa
Godina qellem wallaggaa aanaa hawwaa galaan gaafa 25/03/2018ganama manaa ba,ee hin deebine sammuun tuqama waan ta,ef waraqaa enyummaa hin qabu adaraa nuu maxxansi
Lakk bilbila 0919544147
0964026679
0967197368
❤ 35😭 6
▪️For Fresh graduates🎴National Election Board of Ethiopia🎴
▪️Job Position- Gender Equality and Social Inclusion (GESI) Intern
Education:Bachelor’s degree in Gender Studies, Sociology, Social Anthropology, Development Studies, Law, or a related field.
▪️Find More Details here
💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/national-election-board-of-ethiopia-12/
▪️Deadline: December 26, 2025
❤ 19🎉 1
▪️NGO Jobs🎴JSI🎴
▪️Job Position- HR Intern
Education:BA degree in Human Resources, LLB, Business Administration, IT or a related field
▪️Find More Details here
💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/jsi/
▪️Deadline: December 24, 2025
❤ 14🙏 1
Jireenyi akka nama #biskileettii oofuuti_yoo fiigde malee dhaabattee madaala kee eeggachuu hin dandeessu. Fuulduratti 🏃🏃
Namni kamiyyuu jireenya isaa keessatti ergama mataa isaa ni qaba. uumaan tokko tokko keenyatti dirqama adda addaa kenneera. dirqama siif kenname namni biraan hojjechuu hin danda'u. kanaaf waanti nurraa eegamu kaayyoo uumamneef adda baafnee beekuufi of taanee jiraachuudha.
Akkaataa ati ofiikee itti ilaaltu akkaata ati itti tarkaanfaattu murteessa.kanaaf dandeettiikootti nan amanaa? jedhii of gaafadhu. Humna si keessa jirutti hin amantu taanaan milkaa’ina gonfachuu hin dandeessu. Bakkuma jirtutti waanuma of harkaa qabdu fayyadamiitii waan dandeessu hojjedhu. Kaayyookee irratti xiyyeeffattee waan hojjechuu dandeessu hojjennaan kanbiraa maaltu sirraa eegamaree?
Yoom akka hojjettu, maal akka hojjettu, akkamitti akka hojjettu qajeelfama nama biraa hin eeggatiin. Waan dandeessuu hojjechuudhaaf har’a siif guyyaa addaati. Kanaaf ganamaan ka’ii deemsakee eegali. Amma yoo imala eegalte karaa dhiyeeffattee bulta waan ta’eef.
Namoonni baay’een kaayyoo ofiisaanii ni beekuu, hojjechuuf garuu tarkaanfii hin fudhatan. Haala mijataa ykn nama si gargaaruu teessee eeguu irra kaayyoo uumaamteef jiraachuuf of qopheessi.
Akka nama bidiruudhaan galaana irra naanna’uudhaan bashannanuu bakkuma tokko marsaa hin ooliin. Kaayyoo uumaamteef bakka gahuu qabdu gahuudhaaf ofiikee irratti murtoo fudhadhu. Milkaa’inni waan barbaadan argachuu osoo hin taanee imala jireenyaa eegaluudha. Milkaa’inni walitti fufinsaan daandii milkaa’inaa irra imaluudha malee bakka yaadaan gahuu qofaa miti.
Kaayyoon jireenya dhala namaa tokko namoota biroof taajajila kennuu, waan gaarii yaaduufi gargaaruudha.
❤ 88👍 12🤝 5👏 1
▪️For Fresh and Exp🎴United Beverages Share Company🎴
▪️Job Position- 1 Sales Executive
▪️Job Position- 2 Route-to-Market (RTM) Specialist
▪️Find More Details here
💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/united-beverages-share-company-3/
▪️Deadline : December 22th, 2025
❤ 12🤡 2🤝 2
Photo unavailableShow in Telegram
MM Hindii Narendra Modi
🇮🇳Paarlamaa🇪🇹 Keessatti Siinqee Ol qaban
Biyyi Hindii baayina uummataan, Addunyaa irraa sadarkaa 1ffaa irra jirti. Kana jechuun, guutummaa biyyoota Afrikaa 55(Ardii Afrikaa) hundaa nii caalti jechuu dha. Uummata Addunyaa keessaa %18 Hindii dha.
Hindiin biyyoota GDP(dinagdeen) guddaa qabaniin 4ffaa irra jirti. Humna w araanaa guddaa qabaachuunis addunyaarraa sadarkaa 4ffaarra jirti.
Ministeerri Muummee Indiyaa Naarendiraa Moodiin kaleessa daawwannaaf biyya kana dhufee ture. Simannaa ho'aatu isaaf taasifame. kana duras, gaafa walgahii BRICS marii PM waliin taasisetti gammaduun Afaan Amaaraan barreessee maxxansee ture. Daawwannaafi simannaa Itoophiyaatti isaaf taasifame dinqisiifachuun yeroo 12 ol fb irratti maxxanse. Kan X(Twitter) malee.
Fiilmiin Hindii biyya kana keessatti hedduu jaalatama. Safuuf safeeffannaa jabaafi aadaa isaaniif kabaja guddaa qabu.
Hariiroo dippiloomaasii biyyoota akka kanaa waliin akkanatti taasifamu, dhageetti biyyaaf gahee guddaa taphata. Via Ama
❤ 185👍 20🤡 5
Photo unavailableShow in Telegram
Affeerraa Leenjii Addaa
– Networking Strategies: Advanced and Practical Guide for Business Growth
🔹 Waa’ee Leenjichaa
• Networking maal akka ta’e fi maaliif barbaachisaa akka ta’e
• Tarsiimoolee networking sadarkaa olaanaa (advanced strategies)
• Networking hojiirra ooluu (practical tools & techniques)
• Akkamitti networking daldala, hojii ofii fi carraa haaraa uumuuf fayyadamu
• Akkamitti hariiroo yeroo dheeraa fi amanamummaa irratti hundaa’e ijaaru
🔹 Afaan Leenjii
Leenjiin kun bilisaan, Afaan Oromootiin gaggeeffama.
🔹 Yeroo fi Bakka
📅 Guyyaa: Mudde 20, 2025
⏰ Yeroo: Galgala sa’aatii 2:00 akka lakk finfinnee
Telegram: https://t.me/DaandiiDhalootaa
Galatoomaa!
❤ 104👍 3✍ 1🤡 1
🎴Haile & Alem International PLC🎴
▪️Job Position- Storekeeper
Education: diploma
▪️Find More Details here
💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/haile-alem-international-plc-6/
▪️Deadline : December 22nd, 2025
❤ 13🙏 2
🎴Digicom Intelligent System PLC🎴
▪️Job Position- Senior Accountant
▪️Find More Details here
💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/digicom-intelligent-system-plc/
▪️Deadline : January 17th, 2026
❤ 10
🎴Osaka Steel Pvt.Ltd.Co🎴
▪️Job Position- Senior Cost Accountant
Education:BA /MA in Accounting and Finance, or related field
▪️Find More Details here
💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/osaka-steel-pvt-ltd-co/
▪️Deadline : December 31st, 2025
❤ 15🙏 2
Repost from Elelanajobs.com
🎴Pharo Foundation🎴
▪️Job Position- Mathematics Teacher
Education: Master’s or bachelor’s degree in mathematics or a closely related subject (MSc/MA/BA/BSc)
▪️Find More Details here
💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/pharo-foundation-4/
▪️Deadline : January 16th, 2026
❤ 5
Repost from Elelanajobs.com
▪️For Fresh and Exp🎴BGI Ethiopia🎴
▪️Job Position- Assistant Storekeeper
Education:The position requires a minimum of bachelor's degree in supply chain management, Logistics and Supply Chain Management or Accounting or Management or relevant fields.
▪️Find More Details here
💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/bgi-ethiopia-16/
▪️Deadline : December 27th, 2025
❤ 4
Repost from Elelanajobs.com
▪️For Fresh and Exp🎴Teklehaimanot General Hospital🎴
▪️Job Position- 1 Customer service officer
▪️Job Position- 2 Customer service and information expert
▪️Job Position- 3 Food and beverage controller
▪️Find More Details here
💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/teklehaimanot-general-hospital-9/
▪️Deadline : January 16th, 2026

