uk
Feedback
Sanyii Guddataa

Sanyii Guddataa

Відкрити в Telegram

Показати більше
2025 рік у цифрахsnowflakes fon
card fon
239 517
Підписники
+624 години
+3617 днів
+2 19930 день
Архів дописів
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Baay'ee nama gaddisisa Adaanech Kumsaa jedhamti. Hojjettuu Baankii Daldala Itoophiyaa damee Alaltuu turte. Namicha ishee a j j e e s s e bade kana waliin hariiroo jaalalaa akka qaban dubbatama. Namichi jiraataa magaalaa Finfinnee naannoo Gullallee yoo ta'u, bakka isheen hojjettuu project hojjechiisu qaba. Akkasumas, maatii kan qabu yoo ta'u, isheenis Haadha daa'ima akka taate namoonni ishee beekan nii dubbatu. Guyyaa gochi kun irratti raawwate, leenjiif magaalaa Finfinnee kan oolte yoo ta'u, namicha kana waliin Hoteela Yeroosan jedhamu irbaata nyaachuuf goranii wal dhaban. Sana booda isheenis achitti isa dhiistee baate. Innis konkolaataan bira gahee, eerga seensisee booda magaalaa keessaa baasee sa'atii 3:00'tti s hugguxiin a j j e e s e. konkolaataas achumatti dhiisee yeroof miliqee barbaadamaa jira. Waaqni l ubbuu isheef, boqonnaa haa kennu.
Показати все...
😭 187 100👍 16🙏 7🤡 5🎉 3
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa 👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾 Telegram | Facebook | TikTok | page Keessan na argachuuf @WABIISG tiktok.com/@sanyiigudataa2            Galatoomaa          Sanyii Guddataa
Показати все...
22
🎴CC Asphalt Concrete PLC🎴 ▪️Job Position-1  Accountant (Female) ▪️Job Position-2  Chinese Translator / Administrative Officer (Female) ▪️Job Position-3  Mechanic / Welder ▪️Find More Details here           💧💧💧💧 https://kebenajobs.com/cc-asphalt-concrete-plc/ ▪️Application Deadline: January 17, 2025
Показати все...
23
🎴Ahadu Bank S.C🎴 ▪️Job Position-  Branch Manager I Education:Bachelor's Degree in Banking & Finance, Accounting, Management, Economics, Business Administration or other related fields of studies. ▪️Find More Details here           💧💧💧💧 https://kebenajobs.com/ahadu-bank-s-c-9/ ▪️Deadline : December 23rd, 2025
Показати все...
25👍 4🙏 2🤝 1
▪️For Fresh graduates🎴Kerchanshe Trading Company🎴 ▪️Job Position- Gender Equality and Social Inclusion (GESI) Intern Education:Diploma or Bachelor’s degree in Sales, Marketing, Business Administration or related field ▪️Find More Details here           💧💧💧💧 https://kebenajobs.com/kerchanshe-trading-company-8/ ▪️Deadline : December 25th, 2025
Показати все...
21 1👍 1🤝 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Danieel Tasfaayee mula'ataa Godina qellem wallaggaa aanaa hawwaa galaan gaafa 25/03/2018ganama manaa ba,ee hin deebine sammuun tuqama waan ta,ef waraqaa enyummaa hin qabu adaraa nuu maxxansi Lakk bilbila 0919544147 0964026679 0967197368
Показати все...
35😭 6
▪️For Fresh graduates🎴National Election Board of Ethiopia🎴 ▪️Job Position- Gender Equality and Social Inclusion (GESI) Intern Education:Bachelor’s degree in Gender Studies, Sociology, Social Anthropology, Development Studies, Law, or a related field. ▪️Find More Details here           💧💧💧💧 https://kebenajobs.com/national-election-board-of-ethiopia-12/ ▪️Deadline: December 26, 2025
Показати все...
19🎉 1
▪️NGO Jobs🎴JSI🎴 ▪️Job Position- HR Intern Education:BA degree in Human Resources, LLB, Business Administration, IT or a related field ▪️Find More Details here           💧💧💧💧 https://kebenajobs.com/jsi/ ▪️Deadline: December 24, 2025
Показати все...
14🙏 1
Jireenyi akka nama #biskileettii oofuuti_yoo fiigde malee dhaabattee madaala kee eeggachuu hin dandeessu. Fuulduratti 🏃🏃 Namni kamiyyuu jireenya isaa keessatti ergama mataa isaa ni qaba. uumaan tokko tokko keenyatti dirqama adda addaa kenneera. dirqama siif kenname namni biraan hojjechuu hin danda'u. kanaaf waanti nurraa eegamu kaayyoo uumamneef adda baafnee beekuufi of taanee jiraachuudha. Akkaataa ati ofiikee itti ilaaltu akkaata ati itti tarkaanfaattu murteessa.kanaaf dandeettiikootti nan amanaa? jedhii of gaafadhu. Humna si keessa jirutti hin amantu taanaan milkaa’ina gonfachuu hin dandeessu. Bakkuma jirtutti waanuma of harkaa qabdu fayyadamiitii waan dandeessu hojjedhu. Kaayyookee irratti xiyyeeffattee waan hojjechuu dandeessu hojjennaan kanbiraa maaltu sirraa eegamaree? Yoom akka hojjettu, maal akka hojjettu, akkamitti akka hojjettu qajeelfama nama biraa hin eeggatiin. Waan dandeessuu hojjechuudhaaf har’a siif guyyaa addaati. Kanaaf ganamaan ka’ii deemsakee eegali. Amma yoo imala eegalte karaa dhiyeeffattee bulta waan ta’eef. Namoonni baay’een kaayyoo ofiisaanii ni beekuu, hojjechuuf garuu tarkaanfii hin fudhatan. Haala mijataa ykn nama si gargaaruu teessee eeguu irra kaayyoo uumaamteef jiraachuuf of qopheessi. Akka nama bidiruudhaan galaana irra naanna’uudhaan bashannanuu bakkuma tokko marsaa hin ooliin. Kaayyoo uumaamteef bakka gahuu qabdu gahuudhaaf ofiikee irratti murtoo fudhadhu. Milkaa’inni waan barbaadan argachuu osoo hin taanee imala jireenyaa eegaluudha. Milkaa’inni walitti fufinsaan daandii milkaa’inaa irra imaluudha malee bakka yaadaan gahuu qofaa miti. Kaayyoon jireenya dhala namaa tokko namoota biroof taajajila kennuu, waan gaarii yaaduufi gargaaruudha.
Показати все...
88👍 12🤝 5👏 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
5
Фото недоступнеДивитись в Telegram
46🙏 11🤡 1
▪️For Fresh and Exp🎴United Beverages Share Company🎴 ▪️Job Position- 1 Sales Executive ▪️Job Position- 2 Route-to-Market (RTM) Specialist ▪️Find More Details here           💧💧💧💧 https://kebenajobs.com/united-beverages-share-company-3/ ▪️Deadline : December 22th, 2025
Показати все...
12🤡 2🤝 2
Фото недоступнеДивитись в Telegram
MM Hindii Narendra Modi 🇮🇳Paarlamaa🇪🇹 Keessatti Siinqee Ol qaban Biyyi Hindii baayina uummataan, Addunyaa irraa sadarkaa 1ffaa irra jirti. Kana jechuun, guutummaa biyyoota Afrikaa 55(Ardii Afrikaa) hundaa nii caalti jechuu dha. Uummata Addunyaa keessaa %18 Hindii dha. Hindiin biyyoota GDP(dinagdeen) guddaa qabaniin 4ffaa irra jirti. Humna w araanaa guddaa qabaachuunis addunyaarraa sadarkaa 4ffaarra jirti. Ministeerri Muummee Indiyaa Naarendiraa Moodiin kaleessa daawwannaaf biyya kana dhufee ture. Simannaa ho'aatu isaaf taasifame. kana duras, gaafa walgahii BRICS marii PM waliin taasisetti gammaduun Afaan Amaaraan barreessee maxxansee ture. Daawwannaafi simannaa Itoophiyaatti isaaf taasifame dinqisiifachuun yeroo 12 ol fb irratti maxxanse. Kan X(Twitter) malee. Fiilmiin Hindii biyya kana keessatti hedduu jaalatama. Safuuf safeeffannaa jabaafi aadaa isaaniif kabaja guddaa qabu. Hariiroo dippiloomaasii biyyoota akka kanaa waliin akkanatti taasifamu, dhageetti biyyaaf gahee guddaa taphata. Via Ama
Показати все...
185👍 20🤡 5
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Affeerraa Leenjii Addaa Networking Strategies: Advanced and Practical Guide for Business Growth 🔹 Waa’ee Leenjichaa •  Networking maal akka ta’e fi maaliif barbaachisaa akka ta’e •  Tarsiimoolee networking sadarkaa olaanaa (advanced strategies) •  Networking hojiirra ooluu (practical tools & techniques) •  Akkamitti networking daldala, hojii ofii fi carraa haaraa uumuuf fayyadamu •  Akkamitti hariiroo yeroo dheeraa fi amanamummaa irratti hundaa’e ijaaru 🔹 Afaan Leenjii Leenjiin kun bilisaan, Afaan Oromootiin gaggeeffama. 🔹 Yeroo fi Bakka 📅 Guyyaa: Mudde 20, 2025 ⏰ Yeroo: Galgala sa’aatii 2:00 akka lakk finfinnee Telegram: https://t.me/DaandiiDhalootaa Galatoomaa!
Показати все...
104👍 3 1🤡 1
🎴Haile & Alem International PLC🎴 ▪️Job Position- Storekeeper Education: diploma ▪️Find More Details here           💧💧💧💧 https://kebenajobs.com/haile-alem-international-plc-6/ ▪️Deadline : December 22nd, 2025
Показати все...
13🙏 2
🎴Digicom Intelligent System PLC🎴 ▪️Job Position- Senior Accountant ▪️Find More Details here           💧💧💧💧 https://kebenajobs.com/digicom-intelligent-system-plc/ ▪️Deadline : January 17th, 2026
Показати все...
10
🎴Osaka Steel Pvt.Ltd.Co🎴 ▪️Job Position- Senior Cost Accountant Education:BA /MA in Accounting and Finance, or related field ▪️Find More Details here           💧💧💧💧 https://kebenajobs.com/osaka-steel-pvt-ltd-co/ ▪️Deadline : December 31st, 2025
Показати все...
15🙏 2
Repost from Elelanajobs.com
🎴Pharo Foundation🎴  ▪️Job Position- Mathematics Teacher Education: Master’s or bachelor’s degree in mathematics or a closely related subject (MSc/MA/BA/BSc) ▪️Find More Details here           💧💧💧💧 https://kebenajobs.com/pharo-foundation-4/ ▪️Deadline : January 16th, 2026
Показати все...
5
Repost from Elelanajobs.com
▪️For Fresh and Exp🎴BGI Ethiopia🎴 ▪️Job Position- Assistant Storekeeper Education:The position requires a minimum of bachelor's degree in supply chain management, Logistics and Supply Chain Management or Accounting or Management or relevant fields. ▪️Find More Details here           💧💧💧💧 https://kebenajobs.com/bgi-ethiopia-16/ ▪️Deadline : December 27th, 2025
Показати все...
4
Repost from Elelanajobs.com
▪️For Fresh and Exp🎴Teklehaimanot General Hospital🎴 ▪️Job Position- 1  Customer service officer ▪️Job Position- 2  Customer service and information expert ▪️Job Position- 3   Food and beverage controller ▪️Find More Details here           💧💧💧💧 https://kebenajobs.com/teklehaimanot-general-hospital-9/ ▪️Deadline : January 16th, 2026
Показати все...