239 538
Subscribers
-6724 hours
+3437 days
+2 36530 days
Posts Archive
Beeksisa Caalbaasii!
Manni jireenyaa kutaa 10 (kudhan) qabu kan bilokkeettiidhaan ijaarame Magaalaa Shaggar kutaa magaalaa Sabbataa naannoo Alamganaa ykn Keenteeri jedhamuun beekamu, Kutaa magaalaa Furi aanaa Chaffee Kaaraabu keessatti argamu, bal’ina iskuweer meetira 200 irra kan buufate daangaan isaa; Lixaan Daandii, Bahaa, Kaabaa fi Kibbaan Lafaan kan daangeffame yoo ta’u, gatiin caalbaasii ka’umsaa 2,533,707.87 (miiliyoona lamaa fi kuma dhibba shaniif soddomii sadii fi kuma torbaa fi dhibba torbaaf saantima 87) ta'e caalbaasiidhaan gurguramuuf waan barbaadameef, dorgomtoonni fedhii qabdan gaafa guyyaa 22/04/2018 ganama sa’aatii 3:30 hanga sa’aatii 7:30tti gatii ka’umsaa 1/4 (%25) baankiitti qabsiisuun ykn CPO hojjachiisuun akka galchitan Manni Murtii Aanaa Furii isin beeksisa. Beeksisni kun ji'a tokko (1)f qilleensarra kan turu yoo ta'u, dorgomtoonni hirmaachuuf fedhii qabdan bilbilaa armaan gadii:
+251 911612253
+251 943111135
+251 973994841 bilbiluun odeeffannoo dabalataa argachuu ni dandeessu.
1.62 MB
❤ 38👍 1
#BEEKSISA_QACARRII_BARSIISOTAA!
Barsiisonni Digirii 1ffaa Applied tiin eebbifamtan bakka isin ilaallatu irratti dorgomuu dandeessu.
❤ 28🙏 7
▪️For Fresh and Exp🎴BGI Ethiopia🎴
▪️Job Position- Assistant Storekeeper
Education:The position requires a minimum of bachelor's degree in supply chain management, Logistics and Supply Chain Management or Accounting or Management or relevant fields.
▪️Find More Details here
💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/bgi-ethiopia-16/
▪️Deadline : December 27th, 2025
❤ 20✍ 3👍 1
Baga gammaddan!!🎊
Leenjii Leenjiistoota/TOT/ irraa
Waancaa fudhachuun nu boonsaan
💥Nageso Bikila 🏆@NBG2374
💥Aliyi Abdula 🏆@aliyi2024
Namni waan hin beekne beekuuf yaaluu qaba. Ilmi namaa yoo shaakaluu barachuu dhiise malee wanti inni hin dandeenye hin jiru.
Lafa kanarratti waan ofii kee yaadde gaarii fi qajeelaa taanaan namni ni dandeessaafi hin dandeessu jedheef osoo hin taane, waan ofiif nan danda'a jette hojjedhu. Waa'ee keef ragaan si caalu hin jiru.
Waan hojjechuu dandeessu kan beeku oollaa kee osoo hin taane si mataa keeti. Akka nama biraatti osoo hin taane akka dhuunfaa keetti jiraachuuf uumamte. Milkaa’inni ilma namaa obsa, murannoo,cichoominaa fi gaarummaa itti fufiinsaan hojjechuu keessaa dhufa! Irraa deebi'uun baga gammaddan.
❤ 77👍 8🎉 5
Beeksisaa Qacarrii
~~~~
Nama 1000 barbaada.
Warri isin ilaallatu itti lixaa dorgomaa 🔥 👇
Job vacancies with China Communications Construction Company Ltd. (CCCC) for the Bishoftu International Airport Project in Ethiopia. The positions listed include Legal Advisor, Assistants, Foreign Affairs Specialist, Operators, Drivers, Test Engineer, and Surveyors, all requiring varying levels of experience and qualifications.
Grade -1 China Contractor
Just For Ethiopian Engineers(300), Surveyors(200), operator (500)...
👉How to Apply
Interested applicants are invited to submit their application letter and CV in person or via WeChat, WhatsApp, Telegram, or phone call using the provided contacts.
For Addis Ababa applicants: Mr. Zeyede 0911-635608
For applicants around Bishoftu and Dukem: Mr. IFA 0910-140281 / 0988-119235
Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG
tiktok.com/@sanyiigudataa2
Galatoomaa
Sanyii Guddataa
CamScanner 16-12-2025 11.23.pdf3.72 KB
❤ 159👍 21🙏 7🤡 2🤝 2🎉 1
BEEKSIISAA HOJII ARIIFACHIISAA Namoota 235+ol barbaada
አዲስ አበባ የከተማ አውቶቡስ አገልግሎት ድርጅት ክፍት የስራ ቦታ ማስታወቂያ
✅Required Number: 235 +
አዲስ ዘመን ታኅሣሥ 8/2018 ዓ.ም
📆Deadline : December 24, 2025
Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG
tiktok.com/@sanyiigudataa2
Galatoomaa
Sanyii Guddataa
❤ 45👍 2
የጨረታ ማስታወቂያ!
በአለምገና ከተማ ፣ ኬንቴሪ ሰፈር የሚገኝውን, በፉሪ ክፍለ ከተማ ጨፌ ካራቡ ወረዳ የሚገኝ 10 (አስር)
ክፍል ያለው በብሎኬት የተሰራ የመኖሪያ ቤት በ200 (ሁለት መቶ) ካሬ ሜትር ቦታ ላይ ያረፈ፤ አዋሰኞች
በምዕራብ መንገድ፣ በምስራቅ፣ በሰሜን እና በደቡብ መሪት የሆነ የጨረታ መነሻ ዋጋው
2,533,707.87 (ሁለት ሚሊዮን አምስት መቶ ሰላሳ ሶስት ሺህ ሰባት መቶ ሰባት ብር
ከሰማንያ ሰባት ሳንቲም) በሆነ ዋጋ በጨረታ እንዲሸጥ ስለተፈለገ፤ ይህ ማስታወቂያ ለአንድ
(1) ወር በአየር ላይ የሚቆይ ሆኖ መወዳደር የምትፈልጉ ሰዎች የመነሻ ዋጋውን ¼ኛ (25%)
በባንክ በማስያዝ በቀን 22/04/2018 ዓ.ም ከጠዋቱ 3:30 ጀምሮ እስከ 7:30 ድረስ ስሇሚካሄድ
ተወዳዳሪዎች ቀርባችሁ እንድትሳተፉ የፉሪ ክፍሇ ከተማ ወረዳ ፍርድ ቤት አሳውቋል፡
በጫረታው መሳተፍ የምትፈልጉ ተጫራጮች በሚከተለው ስልክ በመደወል ስለቦታው መጠየቅ ይችላሉ
+251 911612253
+251 943111135
+251 973994841
IMG_6047.MP41.62 MB
❤ 17👏 1
Repost from Sanyii Guddataa
Beeksisa Caalbaasii!
Manni jireenyaa kutaa 10 (kudhan) qabu kan bilokkeettiidhaan ijaarame Magaalaa Shaggar kutaa magaalaa Sabbataa naannoo Alamganaa ykn Keenteeri jedhamuun beekamu, Kutaa magaalaa Furi aanaa Chaffee Kaaraabu keessatti argamu, bal’ina iskuweer meetira 200 irra kan buufate daangaan isaa; Lixaan Daandii, Bahaa, Kaabaa fi Kibbaan Lafaan kan daangeffame yoo ta’u, gatiin caalbaasii ka’umsaa 2,533,707.87 (miiliyoona lamaa fi kuma dhibba shaniif soddomii sadii fi kuma torbaa fi dhibba torbaaf saantima 87) ta'e caalbaasiidhaan gurguramuuf waan barbaadameef, dorgomtoonni fedhii qabdan gaafa guyyaa 22/04/2018 ganama sa’aatii 3:30 hanga sa’aatii 7:30tti gatii ka’umsaa 1/4 (%25) baankiitti qabsiisuun ykn CPO hojjachiisuun akka galchitan Manni Murtii Aanaa Furii isin beeksisa. Beeksisni kun ji'a tokko (1)f qilleensarra kan turu yoo ta'u, dorgomtoonni hirmaachuuf fedhii qabdan bilbilaa armaan gadii:
+251 911612253
+251 943111135
+251 973994841 bilbiluun odeeffannoo dabalataa argachuu ni dandeessu.
1.62 MB
❤ 39
▪️For Fresh and Exp🎴EthioChicken🎴
▪️Job Position-1 Jr. Accountant-Treasury (six months maternity Cover)
▪️Job Position-2 Administrative Officer (4 Months Contract)
▪️Find More Details here
💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/ethiochicken-8/
▪️Deadline : December 23rd, 2025
❤ 20✍ 1
▪️For Fresh graduates🎴Kerchanshe Trading Company🎴
▪️Job Position- Junior sales officer
Education:Diploma or Bachelor’s degree in Sales, Marketing, Business Administration or related field
▪️Find More Details here
💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/kerchanshe-trading-company-8/
▪️Deadline : December 25th, 2025
❤ 30
Photo unavailableShow in Telegram
🎴Siket Bank 🎴
▪️Job Position- 1 Auto-Mechanics
▪️Job Position- 2 Graphic Design Officer
▪️Job Position- 3 Digital Marketing Officer
▪️Job Position- 4 Senior Public Relations Officer
▪️Job Position 5-Senior Digital Marketing And Promotion Officer
▪️Job Position- 6 Senior Branding And Promotion Officer
▪️Job Position- 7 Senior Customer Relationship Management Officer
▪️Job Position- 8 Collateral Registration And Credit Information Officer
▪️Job Position- 9 Branding And Promotion Officer
▪️Job Position- 10 Manager, Property Valuation Division
▪️Find More Details here
💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/siket-bank-6/
▪️Deadline: December 23, 2025
Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG
tiktok.com/@sanyiigudataa2
Galatoomaa
Sanyii Guddataa
❤ 34🤡 2🎉 1
🎴Bunna Bank🎴
▪️Job Position-Junior IT Officer
Education:Short-listed applicants include graduates of years 2022, 2023 and 2024 G.C with BSc Degree
in Computer Science, Computer Engineering, Information Technology, or related fields
▪️Find More Details here
💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/bunna-bank-5/
▪️Deadline: December 23, 2025
❤ 27✍ 1🤡 1
BEEKSIISAA HOJII ARIIFACHIISAA Namoota 235+olii
hedduu barbadaa sher Sheer
አመት እና በልምድ- አዲስ አበባ የከተማ አውቶቡስ አገልግሎት ድርጅት ክፍት የስራ ቦታ ማስታወቂያ
✅Required Number: 235 +
አዲስ ዘመን ታኅሣሥ 8/2018 ዓ.ም
📆Deadline : December 24, 2025
❤ 71👍 1

