ru
Feedback
Sanyii Guddataa

Sanyii Guddataa

Открыть в Telegram
2025 год в цифрахsnowflakes fon
card fon
239 512
Подписчики
+624 часа
+3617 дней
+2 19930 день
Архив постов
Garaa nama nyaata😓 Biyya Arabaa waggaa 7n jiraadhe. Waggoonni jalqabaa 3n anaaf jireenya osoo hin taane hanga wareegama lubbuutti na gaafate ture. Guyyaa ofii malee hin du'aniif malee beelliif reebichi ana irratti wal furu ture. Waanti anarra gahe waan salphaa hin turre. Anii fi Abbaa Warraan koo waliin biyyoo daaknee guddanne waliin barannee guddannes. Erga waliin guddanneen booda hariiroo keenya gara jaalalaatti jijjiiruun waliin bultii ijaarrannee jireenya haaraa eegalle. Erga bultii ijaarrannee sababa rakkoo diinagdee qabnuuf waggaa 2 caala mana tokko waliin jiraachuu hin dandeenye. Yeroo sana akka falaatti kanan kaa'eef ofii kootii biyya arabaa waggoota muraasaaf hojjadhee waan hojjadhe inni walirra nuuf kaa'ee booddee jireenya fooyya'aa akka jiraannuuf ture. Yaada kana innis fudhatee tole naan jedhe. Mucaan koo abbaa warraa koo biratti akka naaf guddatu hawwii koo waan tureef obboleettii koo ishee quxisuu of biratti fudheen barnoota ishee barachaa mucaa koo fi abbaa warraa koo akka naaf kunuunsitu godheen gara biyya hambaa lukti koo irra ijjatee hin beekneetti qajeele. Waggoonni jalqabaa sadan ulfaataa ta'us waggoonni 4n itti aanan maatii gaarii biratti waan na qabee haala gaariin hojjadhee jiraachaa waan argadhummoo abbaa warraa kootti ergaa ture. Birriin itti ergaa ture fooyyee agarsiisaa waan tureef maallaqa kana callisee kaa'uurra ittiin mana bita jedhe. Anis tolen jedheen. Mana bitee itti galuu natti hime anis nan gammade. Osoo kanaan jirruu waggaa baranaa nan dhufan jedheen garuu guyyaan dhufu itti hin himne. Innis tole naan jedhe. Osoon itti hin himiin tikkeettii kutadheen waggaa torba booda gara biyyaatti qajeele. Yaannis bifnis na badeera. Yaanni Abbaa warraa koo fi daa'ima koo humnaa ol natti ta'ee isaan arguuf anis gaggabeera. Gaafan biyya abbaa kiyyaa gahu dubbiin akkan ani yaadaa dhufe miti. M6iira natti dhaga'ame isa biyyaa bahee dararaan meeqa irra gahe tu naaf beeka. lafti natti dukkanaa'e. Miilatu na hoollate. Mataa fi miilan walii wallaale. Guyyootaaf Hospitaalattan of arge. Edaa Abbaa warraan koo obboleettii koo garaa tokkoo baane haadha warraa godhatee waliin jiraataa jira. Inumaa waanti na gubee na dhiisuu dide ijoollee 2 waliin godhataniiru. Dhimma kana yeroon qoradhu abbaa warraan kiyyas ta'ee obboleettiin koos waan raawwatan kana fedhuma isaaniitiini. Waan nama qaanessu kana amanee fudhachuun dadhabe. Salphina koo kan anaaf iciitii biyyi beeku kana dubbachuuf isheen obboleettii kiyya innis abbaa warraa kiyya. Akka waanti tokko homaa hin muudanneetti callisee akkan waliin jiraanneef immoo ijoollee lama waliin godhataniiru. Boru mucaan kiyya yeroo guddatee of bare dhugaa kana maal jedheen dubbadha. Callisee biyya ambaatti deebi'uuf dhalli koo fi dafqi koos na mararan. Jarana seenas kana keessan jira.Mee osoo isin ta'ee maal gootu anaaf falli koo maali!. Waan keessaan naaf qoodamee fi na gaddisiisee dha. Hireen mucayyoo kanaa maal ta'a jettu. Mee bakka ishee bu'aatii murtee keessan barreessaa...💔😥 =Namuu fayyaa hin dhabin Via Midiyaa Hawaasa irraa
Показать все...
126😭 84🤡 11
Фото недоступноПоказать в Telegram
😭 35 11
Beeksisa Caalbaasii! Manni jireenyaa kutaa 10 (kudhan) qabu kan bilokkeettiidhaan ijaarame Magaalaa Shaggar kutaa magaalaa Sabbataa naannoo Alamganaa ykn  Keenteeri jedhamuun beekamu, Kutaa magaalaa  Furi aanaa Chaffee Kaaraabu keessatti argamu, bal’ina iskuweer meetira 200 irra kan buufate daangaan isaa;  Lixaan Daandii, Bahaa, Kaabaa fi Kibbaan Lafaan kan daangeffame yoo ta’u, gatiin caalbaasii ka’umsaa 2,533,707.87 (miiliyoona lamaa fi kuma dhibba shaniif soddomii sadii fi kuma torbaa fi dhibba torbaaf saantima 87) ta'e caalbaasiidhaan gurguramuuf waan barbaadameef, dorgomtoonni fedhii qabdan gaafa guyyaa 22/04/2018 ganama sa’aatii 3:30 hanga sa’aatii 7:30tti gatii ka’umsaa 1/4 (%25) baankiitti qabsiisuun ykn CPO hojjachiisuun akka galchitan  Manni Murtii Aanaa Furii isin beeksisa. Beeksisni kun ji'a tokko (1)f qilleensarra kan turu yoo ta'u, dorgomtoonni hirmaachuuf fedhii qabdan bilbilaa armaan gadii: +251 911612253 +251 943111135 +251 973994841 bilbiluun odeeffannoo dabalataa argachuu ni dandeessu.
Показать все...
1.62 MB
38👍 1
#BEEKSISA_QACARRII_BARSIISOTAA! Barsiisonni Digirii 1ffaa Applied tiin eebbifamtan bakka isin ilaallatu irratti dorgomuu dandeessu.
Показать все...
28🙏 7
▪️For Fresh and Exp🎴BGI Ethiopia🎴 ▪️Job Position- Assistant Storekeeper Education:The position requires a minimum of bachelor's degree in supply chain management, Logistics and Supply Chain Management or Accounting or Management or relevant fields. ▪️Find More Details here           💧💧💧💧 https://kebenajobs.com/bgi-ethiopia-16/ ▪️Deadline : December 27th, 2025
Показать все...
20 3👍 1
Waamicha Qormataa! Kolleejjii Saanshaayin
Показать все...
37👍 8 1
Baga gammaddan!!🎊 Leenjii Leenjiistoota/TOT/ irraa Waancaa fudhachuun nu boonsaan 💥Nageso Bikila 🏆@NBG2374 💥Aliyi Abdula 🏆@aliyi2024 Namni waan hin beekne beekuuf yaaluu qaba. Ilmi namaa yoo shaakaluu barachuu dhiise malee wanti inni hin dandeenye hin jiru. Lafa kanarratti waan ofii kee yaadde gaarii fi qajeelaa taanaan namni ni dandeessaafi hin dandeessu jedheef osoo hin taane, waan ofiif nan danda'a jette hojjedhu. Waa'ee keef ragaan si caalu hin jiru. Waan hojjechuu dandeessu kan beeku oollaa kee osoo hin taane si mataa keeti. Akka nama biraatti osoo hin taane akka dhuunfaa keetti jiraachuuf uumamte. Milkaa’inni ilma namaa obsa, murannoo,cichoominaa fi gaarummaa itti fufiinsaan hojjechuu keessaa dhufa! Irraa deebi'uun baga gammaddan.
Показать все...
77👍 8🎉 5
Buunnoo Bedellee
Показать все...
30👍 10 6🙏 5
Beeksisaa Qacarrii ~~~~ Nama 1000 barbaada. Warri isin ilaallatu itti lixaa dorgomaa 🔥 👇 Job vacancies with China Communications Construction Company Ltd. (CCCC) for the Bishoftu International Airport Project in Ethiopia. The positions listed include Legal Advisor, Assistants, Foreign Affairs Specialist, Operators, Drivers, Test Engineer, and Surveyors, all requiring varying levels of experience and qualifications. Grade -1 China Contractor Just For Ethiopian Engineers(300), Surveyors(200), operator (500)... 👉How to Apply Interested applicants are invited to submit their application letter and CV in person or via WeChat, WhatsApp, Telegram, or phone call using the provided contacts. For Addis Ababa applicants: Mr. Zeyede 0911-635608 For applicants around Bishoftu and Dukem: Mr. IFA 0910-140281 / 0988-119235 Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa 👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾 Telegram | Facebook | TikTok | page Keessan na argachuuf @WABIISG tiktok.com/@sanyiigudataa2         Galatoomaa          Sanyii Guddataa
Показать все...
CamScanner 16-12-2025 11.23.pdf3.72 KB
159👍 21🙏 7🤡 2🤝 2🎉 1
BEEKSIISAA HOJII ARIIFACHIISAA Namoota 235+ol barbaada አዲስ አበባ የከተማ አውቶቡስ አገልግሎት ድርጅት ክፍት የስራ ቦታ ማስታወቂያ ✅Required Number: 235 + አዲስ ዘመን ታኅሣሥ 8/2018 ዓ.ም 📆Deadline :  December 24, 2025 Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa 👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾 Telegram | Facebook | TikTok | page Keessan na argachuuf @WABIISG tiktok.com/@sanyiigudataa2            Galatoomaa          Sanyii Guddataa
Показать все...
45👍 2
Фото недоступноПоказать в Telegram
Beeksisa Namoota hedduu barbaadu
Показать все...
👍 24 17
የጨረታ ማስታወቂያ! በአለምገና ከተማ ፣ ኬንቴሪ ሰፈር የሚገኝውን, በፉሪ ክፍለ ከተማ ጨፌ ካራቡ ወረዳ የሚገኝ 10 (አስር) ክፍል ያለው በብሎኬት የተሰራ የመኖሪያ ቤት በ200 (ሁለት መቶ) ካሬ ሜትር ቦታ ላይ ያረፈ፤ አዋሰኞች በምዕራብ መንገድ፣ በምስራቅ፣ በሰሜን እና በደቡብ መሪት የሆነ የጨረታ መነሻ ዋጋው 2,533,707.87 (ሁለት ሚሊዮን አምስት መቶ ሰላሳ ሶስት ሺህ ሰባት መቶ ሰባት ብር ከሰማንያ ሰባት ሳንቲም) በሆነ ዋጋ በጨረታ እንዲሸጥ ስለተፈለገ፤ ይህ ማስታወቂያ ለአንድ (1) ወር በአየር ላይ የሚቆይ ሆኖ መወዳደር የምትፈልጉ ሰዎች የመነሻ ዋጋውን ¼ኛ (25%) በባንክ በማስያዝ በቀን 22/04/2018 ዓ.ም ከጠዋቱ 3:30 ጀምሮ እስከ 7:30 ድረስ ስሇሚካሄድ ተወዳዳሪዎች ቀርባችሁ እንድትሳተፉ የፉሪ ክፍሇ ከተማ ወረዳ ፍርድ ቤት አሳውቋል፡ በጫረታው መሳተፍ የምትፈልጉ ተጫራጮች በሚከተለው ስልክ በመደወል ስለቦታው መጠየቅ ይችላሉ +251 911612253 +251 943111135 +251 973994841
Показать все...
IMG_6047.MP41.62 MB
17👏 1
Repost from Sanyii Guddataa
Beeksisa Caalbaasii! Manni jireenyaa kutaa 10 (kudhan) qabu kan bilokkeettiidhaan ijaarame Magaalaa Shaggar kutaa magaalaa Sabbataa naannoo Alamganaa ykn  Keenteeri jedhamuun beekamu, Kutaa magaalaa  Furi aanaa Chaffee Kaaraabu keessatti argamu, bal’ina iskuweer meetira 200 irra kan buufate daangaan isaa;  Lixaan Daandii, Bahaa, Kaabaa fi Kibbaan Lafaan kan daangeffame yoo ta’u, gatiin caalbaasii ka’umsaa 2,533,707.87 (miiliyoona lamaa fi kuma dhibba shaniif soddomii sadii fi kuma torbaa fi dhibba torbaaf saantima 87) ta'e caalbaasiidhaan gurguramuuf waan barbaadameef, dorgomtoonni fedhii qabdan gaafa guyyaa 22/04/2018 ganama sa’aatii 3:30 hanga sa’aatii 7:30tti gatii ka’umsaa 1/4 (%25) baankiitti qabsiisuun ykn CPO hojjachiisuun akka galchitan  Manni Murtii Aanaa Furii isin beeksisa. Beeksisni kun ji'a tokko (1)f qilleensarra kan turu yoo ta'u, dorgomtoonni hirmaachuuf fedhii qabdan bilbilaa armaan gadii: +251 911612253 +251 943111135 +251 973994841 bilbiluun odeeffannoo dabalataa argachuu ni dandeessu.
Показать все...
1.62 MB
39
▪️For Fresh and Exp🎴EthioChicken🎴 ▪️Job Position-1  Jr. Accountant-Treasury (six months maternity Cover) ▪️Job Position-2  Administrative Officer (4 Months Contract) ▪️Find More Details here           💧💧💧💧 https://kebenajobs.com/ethiochicken-8/ ▪️Deadline : December 23rd, 2025
Показать все...
20 1
▪️For Fresh graduates🎴Kerchanshe Trading Company🎴 ▪️Job Position- Junior sales officer Education:Diploma or Bachelor’s degree in Sales, Marketing, Business Administration or related field ▪️Find More Details here           💧💧💧💧 https://kebenajobs.com/kerchanshe-trading-company-8/ ▪️Deadline : December 25th, 2025
Показать все...
30
20🤝 3
Фото недоступноПоказать в Telegram
🎴Siket Bank 🎴 ▪️Job Position- 1 Auto-Mechanics ▪️Job Position- 2 Graphic Design Officer ▪️Job Position- 3 Digital Marketing Officer ▪️Job Position- 4 Senior Public Relations Officer ▪️Job Position 5-Senior Digital Marketing And Promotion Officer ▪️Job Position- 6 Senior Branding And Promotion Officer ▪️Job Position- 7 Senior Customer Relationship Management Officer ▪️Job Position- 8 Collateral Registration And Credit Information Officer ▪️Job Position- 9 Branding And Promotion Officer ▪️Job Position- 10 Manager, Property Valuation Division ▪️Find More Details here           💧💧💧💧 https://kebenajobs.com/siket-bank-6/ ▪️Deadline: December 23, 2025 Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa 👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾 Telegram | Facebook | TikTok | page Keessan na argachuuf @WABIISG tiktok.com/@sanyiigudataa2            Galatoomaa          Sanyii Guddataa
Показать все...
34🤡 2🎉 1
🎴Bunna Bank🎴 ▪️Job Position-Junior IT Officer Education:Short-listed applicants include graduates of years 2022, 2023 and 2024 G.C with BSc Degree in Computer Science, Computer Engineering, Information Technology, or related fields ▪️Find More Details here           💧💧💧💧 https://kebenajobs.com/bunna-bank-5/ ▪️Deadline: December 23, 2025
Показать все...
27 1🤡 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
15🤝 1
18🙏 3🎉 1