ABDII SABAA
Kanalga Telegram’da o‘tish
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! @Abdii_Sabaa 💬Contact Us💬 @AbdiiSabaaDm 🎯BARNOOTAAF @abdii_sabaa_university 🎯MARIIF @Garee_Abdii_Sabaa
Ko'proq ko'rsatish2025 yil raqamlarda

561 201
Obunachilar
-4424 soatlar
-1327 kunlar
-1 00130 kunlar
Postlar arxiv
Photo unavailableShow in Telegram
Oduu Gammachiisaa!
Tokkoffaa yoobaatan qarshii 34,000 ykn Doolaara 200
Lammaffaa Qarshii 10,300 ykn Doolaara 60
Sadaffaa yoo baatan qarshii 6800 injifadhaa.
Sadarkaan keenya gadi jira akkam goona jettanii hin yaadda’inaa Telebirr ykn ton fayyadamuun Raankii keessan Boost taassifachuu dandeessu.
Waldorgommii kanaaf torban sadii oltu hafe sababa ta’eef carraan injifachuu keessanii ballaadha.
ASBEKS hojjechuu eegalaa.
Waldorgommii qofas osoo hin taane guyyaa guyyaan maallaqa hojjatte baafachuu danda’uun kee Asbeks adda taassisa.
Asbeks yeroo hojjettan doolaara tokko yeroo geessu kallattiin “Withdraw” taassifattee baafachuu dandeessa.
Asbeks guyyaa guyyaan siif kafala.
Dabalataan Chaalenjoota sasalphoo Asbeks gadhiisu irratti hirmaachuu maallaqa tasaa haala salphan ni argatta.
Yerookee maallaqatti jijjiiruu feenaan Asbeks filannoo kee taassisi.
Hojii kee hojjechaa, maallaqa dalagde guyyaa guyyaan baafachaa, sadarkaa keessa kan baatu taanaan injifataa ni taata, Asbeksiin jireenya kee ni jijjirta. Hojjetoota yeroo isaanii maallqatti jijjiira @Asbekscommunity irratti argachuun itti makamuu ni dandeessu.
CARRAA GAARII.
@asbeksplatform hordofuun hirmaadhaa.
Karaa Teeligiraamii @asbeksplatform hordofuun hojjechuu eegalaa.
Karaa tiiktookii hordofaa
https://vm.tiktok.com/ZMAQ75Pxr/
https://vm.tiktok.com/ZMAQ75Pxr/
Hojjechuu eegaluuf
https://t.me/asbeksbot/start/?startapp=myadrefNjMwNzk2NTQ2Mg
❤ 263😁 36👍 15🤬 11🤯 9😭 7👏 4🥰 2
Bulchiinsi amala sirreessaa Israa'el Filisxeemota 1,968 gadhiise.
Tajaajilli amala sirreessaa Israa'el waliigaltee dhukaasa dhaabu Gaazaarratti hundaa'uun wal jijjiirraa hidhamtootaan Filisxeemota 1,968 hidhaarraa gadhiisuu beeksise.
Garee lamaan gadhiifaman. Kan jalqabaa mana hidhaa Ofer jedhamurraa kutaa Weesti Baank isa kan biraatti ergaman.
Gareen inni lammataa ammoo mana hidhaa Ketziot jedhamurraa gara Kibba Israa'el Kareem Shaaloomitti gadhiifaman. Bakki kun daangaa Gaazaaarratti argama.
waajjirichaa hidhamtootni kun poolisiin dabaalamanii gaggeeffamun ibse.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 265👏 25🕊 16🆒 11👍 3🤯 2😁 1
Tiraamp Israa’el seenan.
Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp erga Israa’eliif Hamaas waraana dhaabuuf walii galanii guyyaa harraa Israa’el deeman.
Walii galtee taassifame sababeeffachuun Hamaas hidhamtoota hunda Israa’eliif kan deebise yommuu ta’u haalli walii galtee haala gaarii irra jira jedhameera.
Israa’el gama isheetiin hidhamtoota Falasxiinii 250 gadhiisuufi kan hafan gadhiisuu kan itti fuftu ta’uu himteetti.
Doonald Tiraamp yeroo Israa’el seenanitti Waraanni dhaabbateera jedhaniiru. Haa ta’u malee shakkiin tokko tokko ammallee jiraachuu mala , Israa’el holqa Hamaasiifi gareewwan kanniin haala garaa garaan haleeluu malti jechuun Aljaziiraan gabaaseera.
Doonald Tiraamp Pirezidaantiiwwan Ameerikaa Israa’el qaaman deeman Afuraffaa ta’ee jira.
Sa’a gabaasa kanaatti Doonaald Tiraamp qaamaan paarlaamaa Israa’el keessatti argamee jira.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 358👍 46👏 15🔥 11🥰 6🕊 2🙏 1
Photo unavailableShow in Telegram
Oduu Gammachiisaa!
Tokkoffaa yoobaatan qarshii 34,000 ykn Doolaara 200
Lammaffaa Qarshii 10,300 ykn Doolaara 60
Sadaffaa yoo baatan qarshii 6800 injifadhaa.
Sadarkaan keenya gadi jira akkam goona jettanii hin yaadda’inaa Telebirr ykn ton fayyadamuun Raankii keessan Boost taassifachuu dandeessu.
Waldorgommii kanaaf torban sadii oltu hafe sababa ta’eef carraan injifachuu keessanii ballaadha.
ASBEKS hojjechuu eegalaa.
Waldorgommii qofas osoo hin taane guyyaa guyyaan maallaqa hojjatte baafachuu danda’uun kee Asbeks adda taassisa.
Asbeks yeroo hojjettan doolaara tokko yeroo geessu kallattiin “Withdraw” taassifattee baafachuu dandeessa.
Asbeks guyyaa guyyaan siif kafala.
Dabalataan Chaalenjoota sasalphoo Asbeks gadhiisu irratti hirmaachuu maallaqa tasaa haala salphan ni argatta.
Yerookee maallaqatti jijjiiruu feenaan Asbeks filannoo kee taassisi.
Hojii kee hojjechaa, maallaqa dalagde guyyaa guyyaan baafachaa, sadarkaa keessa kan baatu taanaan injifataa ni taata, Asbeksiin jireenya kee ni jijjirta. Hojjetoota yeroo isaanii maallqatti jijjiira @Asbekscommunity irratti argachuun itti makamuu ni dandeessu.
CARRAA GAARII.
@asbeksplatform hordofuun hirmaadhaa.
Karaa Teeligiraamii @asbeksplatform hordofuun hojjechuu eegalaa.
Karaa tiiktookii hordofaa
https://vm.tiktok.com/ZMA9PCJeL/
https://vm.tiktok.com/ZMA9PCJeL/
Hojjechuu eegaluuf
https://t.me/asbeksbot/start/?startapp=myadrefNjMwNzk2NTQ2Mg
❤ 370😁 54👍 35🤗 22🤬 17💔 11👏 6🔥 5
Photo unavailableShow in Telegram
#ADS
Tokkoffaa yoobaatan Qarshii qarshii 3400 ykn Doolaara 200
Lammaffaa Qarshii 10300 ykn Doolaara 60
Sadaffaa yoo baatan qarshii 6800 injifadhaa.
Sadarkaan keenya gadi jira akkam goona jettanii hin yaadda’inaa Telebirr ykn ton fayyadamuun Raankii keessan Boost taassifachuu dandeessu.
Waldorgommii kanaaf torban sadii oltu hafe sababa ta’eef carraan injifachuu keessanii ballaadha.
ASBEKS hojjechuu eegalaa.
Waldorgommii qofas osoo hin taane guyyaa guyyaan maallaqa hojjatte baafachuu danda’uun kee Asbeks adda taassisa.
Asbeks yeroo hojjettan doolaara tokko yeroo geessu kallattiin “Withdraw” taassifattee baafachuu dandeessa.
Asbeks guyyaa guyyaan siif kafala.
Hojii kee hojjechaa, wanta dalagde baafachaa sadarkaa keessa kan baatu taanaan injifataa ni taata.
CARRAA GAARII.
@asbeksplatform hordofuun hirmaadhaa.
Karaa Teeligiraamii @asbeksplatform hordofuun hojjechuu eegalaa.
Karaa tiiktookii hordofaa
https://vm.tiktok.com/ZMA9PCJeL/
https://vm.tiktok.com/ZMA9PCJeL/
Hojjechuu eegaluuf
https://t.me/asbeksbot/start/?startapp=myadrefNjMwNzk2NTQ2Mg
ODUU GADDAA:
Balaa Tiraafikaa Caffaa Roobiititti muudateen lubbuun namoota 10 darbe.
Naannoo Amaaraa Godina saba Oromoo magaalaa Caffaa Roobiititti balaa tiraafikaa dhaqqabeen lubbuun namoota 10 darbuun himame.
Balichi konkolaataan deddeebisaa ummataa namoota 60 fe'ee deemaa ture,iddoo riqicha Jaarraa jedhamuun waamamutti konkolaataa fe'umsaa waliin walitti bu'uun akka uumame ibsameera.
Hanga ammaatti lubbuun namoota 10 darbuu kantiibaan magaalichaa Sa'iid Mahaammad himuu isaanii maddeen gabaasaa jiru.
Namoonni hedduunis miidhaa qaamaa cimaa fi salphaan akka irra gahe kan himan yoo ta'u, lakkoofsi namoota du'anii dabaluu akka malus dubbataniiru.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
😭 378❤ 190💔 28🥰 24👍 19🤯 10😢 3👏 1
Photo unavailableShow in Telegram
Israa'el Haleellaa Misaayilaa raawwatteen lubbuun namootaa darbuun himame.
Humni waraanaa Israa’el Libaanos keessatti iddoowwan miseensonni Hizboollaa jiru jedhee shakke irratti haleellaa qilleensaa raawwateera.
aljeziiraan Akka gabaasetti Ganda Kibba Libaanoositti argamtuufi Al Najariyaa jedhamuun waamamtu keessatti haleellaa raawwatameen lubbuu namaafi qabeenya hedduu irra miidhaan gahera Jedhe.
Ministeerri Fayyaa Libaanosis miidhaan gahe akka jiru mirkaneesseera.
Dabalataanis Akka CNN humna qilleensaa Israa'el wabeeffachuun gabaasetti miseensonni Hizboollaa Libba Libaanos keessa dhokatanii jiraachuufi misoomaawwan bu'uuraa waraanaaf isaan gargaaran babal'ifachaa jiraachuu ibseera.
humnoonni Israa'el "Hizboollaan nageenyaafi tasgabbii naannichaaf yaaddessaadha" jechuun dubbatan.
Israa'el Hizboollaan namoota nagaa biyya Libaanos akka gaachanaatti fayyadamuun naannicha tasgabbii dhorkuuf hojjachaa jira kun immoo jiraattota naannichaa balaadhaaf saaxila jetteetti .
Haa ta'u malee Dhimma kana ilaalchisee pirezidaantiin LibaanosYoosef Awoon akka jedhanitti tarkaanfii lammiilee nagaafi qabeenya irratti raawwatamedha jechuun Israa'eliin qeeqan.
Itti dabaluuniis kun ammoo walitti dhufeenya Israa’elii fi Libaanos gidduu ture diiguu akka danda'u pirezidaantichi dubbataniiru.
Gama biraatiin Libaanos namoota nagaa 32 kanneen waa'ee hizboollaa odeeffannoo Israa’eliif kennu jettee shakkite to'annoo seeraa jala oolchuu ishee beeksifeetti.
Israa'el gama isheetiin gara fuula duraattis tarkaanfii walfakkaatu akka fudhattuufi naannicha tiksuu keessatti akka jabaattee hojjattu beeksifteetti.
Israa'el tarkaanfii kana kan fudhatte yeroo gaazaa keessatti palastaayin waliin nagaa buusuuf marii xumuraa irra jirtutti.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 272😢 39👍 19😁 19😭 17🥰 4👏 1🤯 1💔 1
Photo unavailableShow in Telegram
Barumsi yuunivarsiitii akka kanaan duraa Ministeera Barnootaatiin ramadama osoo hin taane, filannoo barattootaatiin kan ramadamu ministeerri Barnootaa beeksise.
Ministeerri Barnootaa waggoota dhufan keessatti ramaddii barattootaa akka dhaabu Prof Birhaanuu Naggaan himan.
Kunis kan ifoome sirna mallatteessuu hojiiwwan ijoo bara barnootaa 2018 yunivarsiitiiwwan mootummaa waliin taasifame irratti yoo ta'u Kanuma waliin Prof Birhaanuu Naggaan kallattii hojii cimaas kaa’aniiru.
Akka Piroofeesar Birhaanuu Naggaan jedhanitti Waggoota dhufan keessatti Ministeerri Barnootaa ramaddii barattootaa kan dhaabu yoo ta’u, barattoonni qabxii darbiinsaa galmeessan yuunivarsiitii fi damee barnootaa barbaadanitti akka baratan ni eeyyamamaaf jedhan.
"Barumsi yuunivarsiitii akka kanaan duraa Ministeera Barnootaatiin ramadama osoo hin taane, filannoo barattootaatiin kan ramadamu ta'a" jedhan.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 1 043👍 186😁 79👏 73🏆 39🔥 32🤬 31🤝 25🥰 24🤯 17👌 17
Photo unavailableShow in Telegram
Birriin Itiyoophiyaa biyyoota Afrikaa Sahaaraa gadii keessatti maallaqa dadhaboo ta’an keessaa tokko ta’uun himame.
Maallaqni Itiyoophiyaa maallaqa laafaa Afrikaa 21 ta'an keessaa isa tokko jedhame.
Haa ta'u malee Iraan, Libaanosiifi Zimbaabuwee
itti aansuun biyya sadarkaa ol'aanaa irra jirti, jedhameera.
Akka Daataan yeroo dhiyoo kana marsariitii qorannoo diinagdee XS.com jedhamu irraa bahee ibsetti birriin Itiyoophiyaa Yamanitti aanee Heeyitiirra ammoo fooyyee qabaachuun duubaan sadarkaa 26ffaa irratti argamaa jedha.
Baankiin Addunyaas bara darbe lakkoofsa Giriigooriyaanitti Birriin Itiyoophiyaa biyyoota Afrikaa Sahaaraa gadii keessatti maallaqa dadhaboo ta’an keessaa tokko ta’uu gabaaseera.
Dhaabbanni maallaqaa idil-addunyaa sharafni maallaqaa baase akka beeysisetti, sharafni maallaqaa tokkoon tokkoon biyyaa doolaara Ameerikaa waliin wal bira qabamee ilaalamu irratti hundaa’a.
Kana jechuun birriin meeshaalee fi tajaajiloota bitachuu keessatti maallaqa cimaa ta’een wal bira qabamee yoo ilaalamu gatii baay’ee gadi aanaa qaba, akkasumas wantoota biroo lama kan biyyattiin diinagdee tasgabbaa’aa fi cimaa ta’e dhabuu isii calaqqisiisu.
Tasgabbii dhabuu diinagdee dabalatee sababoonni gatii birri Itiyoophiyaa gadi bu’uu danda’an hedduudha.
Mootummaan amma jiru dinagdee tasgabbeessuu fi qaala'iinsa jireennaa hir'isuuf imaammataa fi qajeelfama adda addaa hojiirra oolchuus bu'aa barbaadame galmaan gahuu kan danda'e hin fakkaatu.
Yunivarsiitii Finfinneetti gargaaraa piroofeesara faayinaansii fi invastimantii Dr. Sewu Alle Abate DeChovelee'tti akka himanitti, fooyya'iinsi imaammataa mootummaan hojiirra oolchaa jiru humna bittaa maallaqaa qusachuuf gahaa miti.
Mootummaan gahee adda duree bahaa jiraatus, nuhi akka hawaasaatti gahee keenna bahachuu baannaan, oomisha biyya keessaas babal’isuu baannaan furmaanni itti fufiinsa qabu hin jiru jedhan.
Mootummaa fi hawaasni humna bittaa maallaqaa Itiyoophiyaa keessatti dabaluudhaaf tarkaanfii murteessaa yoo hin fudhanne tasgabbii dhabuu faayinaansii dhabamsiisuun akka hin danda’amne dubbataniiru.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 469👍 55😁 47🤩 29😢 21💔 21😨 15😭 12🤬 6🔥 4🥰 4
Mootummaan konkolaattota uummataa fi fe'isaa Gaazii uumamaa fayyadaman qaraxa irraa bilisa akka galfaman eeyyame
Mootummaan har'a irraa kaasee konkolaattota uummataafi fe'isaa gaazii uumamaa fayyadaman qaraxa gumurukaa irraa bilisa akka galfaman eeyyamuu Ministeerri Maallaqaa beeksise.
Ministeerri Maallaqaa xalayaa Komishinii Gumurukaaf barreesseen konkolaattonni beenzilaafi naafxaan hojjetan qajeelfamni kun osoo hin baafamin dura akka galfaman kan eeyyama argatanii, baatii jaha keessatti kanneen galfamaniin ala gara biyyaatti akka hin galfamne to'annoo cimaa akka taasifamus kallattii kenneera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 473👍 91👏 39😁 24🔥 14💔 6🤯 4
Photo unavailableShow in Telegram
Biiroon Lafaa Oromiyaa hojjetoota irratti tarkaanfii fudhachuu beeksise.
Biirichi ogeeyyii fi hoggantoota qajeelfama mana hojichaa cabsan 294 irratti tarkaanfii fudhadheera jedhe.
Biirichii kana kan ibsee Waltajjiin Gumii Balballoomii jedhamu kan waa'ee dhimma Lafaan wal qabatan irratti guyyaa kaleessa yeroo mar'iteedha.
Qorannoon kun godinaalee 16 fi bulchiinsa magaalota 14 keessatti gaggeeffamaa akka ture ibsuun magaalota keessatti lafti pilaanii hin qabne itti fayyadamaa jiraachuu fi dogoggoronni lafa abbaa qabu qaama biraatii dabarsanii kennaa jiraachuu daariketeerri tajaajila seeraa Biiroo Lafaa Oromiyaa obbo Fufaa Laggasaa dubbataniiru.
Alseerummaa lafaa hir’isuuf qaamolee dhimmichi ilaallatu waliin hojjetamaa jiraachuu hoggantonni waajjirra lafaa kaasuun, kananis Biiroon Lafaa Oromiyaa bara 2017 ogeeyyii fi hoggantoota dambii fi seera lafaa cabsan 294 irratti tarkaanfii fudhachuu ifoomsaiiru.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 396👍 73🥰 22😁 19👏 14💔 8🆒 3🔥 1🤯 1
Israa'el waraana dhaabuuf mallatteessuu beeksiste
Israa’el wixinee jalqabaa Gaazatti waraana dhaabuu mallatteessuu beeksiste.
Qaamoleen dhimmichi ilaallatu marti wixinee xumuraa waliigaltee marsaa tokkoffaa har’a ganama mallatteessuu isaanii dubbi himtuun mootummaa Israa’el mirkaneessaniiru
Kunis kan ta'e erga marii bal’aa Hamaasii fi Israa’el Masrii keessatti taasifameen booda akka ta'es himame.
Dubbi himtuun mootummaa Israa’el Shosh Bedrosiyaan akka jedhanitti'' walgahiin kaabinee erga xumuramee sa’aatii 24 keessatti Gaazaatti dhukaasa dhaabuun ni jalqaba”. Jettee jirti.
Dabalataanis Humni Ittisaa Israa’el sarara waraanni naannoo Gaazaa tilmaamaan 53% to’achuu fi qabachuu danda’utti akka ba'us eerteetti.
Kana hordofuun Hamaas namoota butamanii hafan gara Israa’elitti akka deebisu yeroon sa’aatii 72 keessatti ni eegama jechuun dubbataniiru.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
Photo unavailableShow in Telegram
Hojjettoonni NGO basaasummaan shakkamuun mana hidhaa galan.
Mootummaan waraanaa Burukiinaa Faasoo miseensota garee qarqaarsa namoomaa Nezerlaand saddeet 'basaasuu fi gantummaan' himachuun to'annoo jala oolcheera.
Namoota hidhaman keessaa lammiileen Awurooppaa sadii, lammii Maalii fi Burukiinafaasoo afur yoo ta'an, - isaan keessaa daayreektaraa fi itti aanaa daayreektaraa dhaabbata miti-mootummaa Burukiinaa Faasoo keessatti argamu.
Ministirri Nageennaa Mahaammaduu Sanaan dhaabbanni miti-mootummaa kun 'odeeffannoo nageennaa miira namaa kakaasu nageenna biyyaalessaa fi dantaa Burukiinaa Faasoo miidhuu danda'u qaamolee biyya alaaf daddabarsaa turuu eeran.
Dhaabbanni miti-mootummaa Idil-addunyaa Safety Organization (INSO) jedhamu kun ammoo himannaa kana cimsee haaleera.
Bakka bu'aan dhaabbata miti mootummaa kanaa Antoonii Niil, daayreektarri biyyattii kun baatii Adoolessaa yeroo dhaabbatichi hojii irraa dhoorgame irraa eegalee to'annoo jala ooluu himan.Namootni biroo torbas achiin booda to'atamanii jedhan.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 365👍 69💔 26👏 16🫡 15💘 4🔥 3🥰 3😱 2🤝 2😁 1
Photo unavailableShow in Telegram
#ADS
Haala salphaan Doolaara 200 injifadhaa.
Karaa salphaa namni kamuu muuxannoo tokko malee hojii hojjechuu doolaaraan kaffalamuu danda’u @ASBEKSPLATFORM
ASBEKS hojjechuu eegalaa.
Asbeks yeroo hojjettan doolaara tokko yeroo geessu kallattiin “Withdraw” taassifattee baafachuu dandeessa.
Asbeks guyyaa guyyaan siif kafala.
Dabalataan Doolaara 200 injifadhaa!
Asbeks sagantaa badhaasaa Doolaara 200 qopheessee jira , hojii kee hojjechaa, wanta dalagde baafachaa sadarkaa keessa kan baatu taanaan injifataa ni taata.
@asbeksplatform hordofuun hirmaadhaa.
Karaa Teeligiraamii @asbeksplatform hordofuun hojjechuu eegalaa.
Karaa tiiktookii hordofaa
https://vm.tiktok.com/ZMA9PCJeL/
https://vm.tiktok.com/ZMA9PCJeL/
Hojjechuu eegaluuf
https://t.me/asbeksbot/start/?startapp=myadrefNjMwNzk2NTQ2Mg
❤ 224👍 32🤬 17😁 9🥰 6😱 3
Namoota mootummaa morman irratti boombiin darbatamee namoonni heddu du'un ibsame.
Lammiileen Maayinaamaar Wiixata halkan bakka waaqeffanna amantaa Budizimiitti wal-gahuun yeroo kabajaa jiranitti sagalee mormii mootummaa waraanan biyyattii bulchu irratti dhageessisaa turan.
Kanuma hordofee mootummaan namoota isa morman irratti boombii qilleensaan darbateen namoonni 24 du'uufi 47 ta'an ammoo madaa'uu dubbi himaan mootummaa Maayinaamaara himan.
Boombiin afuuffee qilleensaan guutamte namoota kanarratti darbatamen yoo xiqqaate mormitoota 24 ajjeessuun kanneen biroo ammoo madeessuun gabaafameera.
Dabalataanis Hidhattoonni saba garaa garaas mootummaa biyyattiirratti ka'uun waloofi dhuunfaan lola gaggeessaa jiru.
Hidhattoonni biyyattii walakkaa ol humnoota mootummaarraa fudhatanii turanis, mootummaan haleellaa qilleensarraa namoota heddu galaafataa jiru gaggeessuun bakkeewwan heddu deebisuun to'ataas jira.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 374😭 47👍 46😢 19😨 12🔥 10👏 6😱 5🤯 4
Photo unavailableShow in Telegram
Bara 2018tti barattoonni 82,000 ol barnoota sagantaa sirreeffamaa (Rimiidiyaala) fudhachuuf - Ministeera Barnootaa
Ministeerri Barnootaa bara barnootaa 2018 barattoota qormaata seensaa yuunivarsiitii darbuu dadhaban kuma 82 ol barnoota sagantaa sirreeffamaaf gara yunivarsiitiiwwanii akka seenan beeksise.
Bara 2018tti barattoonni 82,838 dhaabbilee barnootaa olaanoo barnoota sagantaa sirreeffamaaf ni seenu.
Guyyaa kaleessaa ministeerichi qabxii darbiinsaa sagantaa sirreeffamaa ifoomsuu isaa beeksisuun keenya ni yaadatama.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 452👍 81🔥 22🫡 20🥰 4👏 2
Photo unavailableShow in Telegram
Bara 2018tti barattoonni 82,000 ol barnoota sagantaa sirreeffamaa (Rimiidiyaala) fudhachuuf - Ministeera Barnootaa
Ministeerri Barnootaa bara barnootaa 2018 barattoota qormaata seensaa yuunivarsiitii darbuu dadhaban kuma 82 ol barnoota sagataataa sirreeffamaaf gara yunivarsiitiiwwanii akka seenan beeksise.

Qabxiin seensaa Rimiidiyaalaa ifoome.
Barattoonni bara barnootaa 2018 damee saayinsii uumamaa fi hawaasaatiin qabxii %49.5 gadi galmeessanii garuu ulaagaalee armaan gadii guutan sagantaa Rimiidiyaalaa irraa fayyadamoo akka ta’an Ministeerri Barnootaa beeksise.
Ulaagaalee kunneenis
1. Filannoo hunda (dhaabbilee dhuunfaa fi mootummaa) keessatti barattoonni sagantaa Rimiidiyaalaa hordofuuf dhibbeentaa 33 fi isaa ol galmeessuu qabu.
2. Tumaalee keewwata 1 armaan olitti ibsaman akkuma eegametti ta’ee, barattoota sagantaa Rimiidiyaalaan dhaabbilee mootummaa keessatti hordofan (baasii mootummaan haguugee) kanneen qabxii armaan gadii galmeessan qofa.
Isaanis
➡️ Saayinsii Uumamaa fi Hawaasaa Barattoota Dhiira 216
➡️ Saayinsii Uumamaa fi Hawaasaa Barattoota Shamaraa 204
➡️ Naannoo Guddachaa jiranii fi Naannoo Horsiisee Bultootaa Barattoota Saayinsii Uumamaa fi Hawaasaa saala lamaan 198
➡️ Saayinsii Hawaasaa fi Uumamaa Barattoonni Dugdaa hin dhageenye saala lamaan 198
➡️ Saayinsii Hawaasaa fi Uumamaa Barattoota argaa dhageettii hin qabneef saala lamaan 165
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤ 1 124👍 227👏 60🤯 54🥰 35😨 27🔥 21😁 20🕊 17🤩 7🆒 5